Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Chaam Ugaalaan xaalayaa mudama isaanii Pireezidaantii Raashiyaaf dhiyeessan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Raashiyaatti Ambaasaaddara Itiyoophiyaa ta’uun kan muudaman Ambaasaaddar Chaam Ugaalaan xaalayaa mudama isaanii Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir…
Muuxannoon Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa biyyoota biratti kaka’umsa uumeera-Billenee Siyyum
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC)- Muuxannoon Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa biyyootaa garagaraa biratti kaka’umsa uumuu Itti Gaafatamtuun Pirees Sekireetaariyaatii Waajjira Minnistira…
Hanga ammaatti Bunni kuntaalli miiliyoona 3.8 ol walitti qabameera-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC)- Omisha bunaa kuntaala miiliyoona 11.5 walitti qabuuf karoorfamee hanga ammaatti kuntaalli miiliyoona 3.8 caalu walitti qabamuu Pireezidaantiin naannoo…
Finfinneen fakkeenyummaa hirmaachisummaa ta’uushee kan mul’istu miidhamtoota qaamaa fayyadamoo…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC)- Finfinneen fakkeenyummaa hirmaachisummaa fi badhaadhina ta'uushee kan agarsiistuu miidhamtoota qaamaa fayyadamoo taasisuuni jedhan Kantiibaan Bulchiinsa…
Itiyoophiyaan jijjiirama qilleensaa ittisuuf misooma magariisaa irratti hojjechaa jirti-Obbo Ahmad…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan dhiibbaawwan garaagaraa keessa taatee jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf misooma magariisaa irratti xiyyeeffannaan hojjechaa jiraachuu…
Meeshaa qara qabuun sodaachisuun qabeenya kanneen saamaan hidha cimaan waggaa 9 itti murtaa’e
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC)- Himatamtoota sadii konkolaataa abbaa miila sadii (Baajaajii) keessatti meeshaa qara qabuun imaltuu sodaachisuun qabeenyaa ishee kan saaman hidhaa cimaa…
Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin eegumsa naannawaarratti waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi xaaliyaaniin hojiirra olmaa sagantaa eegumsa naannawaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Yaa’ii Qabeenya Qilleensaa…
Guyyaa Sabaa fi Sablammootaa 18ffaaf keessummoonni Magaalaa Jigjigaa galaa jiru
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC)- Guyyaa Sabaa fi Sablammoota Ummatootaa Itiyoophiyaa 18ffaa kabajuuf keessummoonni Magaalaa Jigjigaa galaa jiru.
Guyyan Sabaa fi Sabalammoota baranaa…
Hoggantoonni Ajajichaa qaamolee nageenyaa Godina Gujii Bahaa fi Boorana Bahaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon Ajaja Kibbaa qaamolee nageenyaa Godina Gujii Bahaa fi Boorana Bahaa waliin haala waqtaawarratti mari’ataniiru.
Farreen nageenyaa…
Godina Harargee Bahaatti hojiileen misooma Qamadii Bonaa daawwatame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC)- Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamuu Godina Harargee Bahaa Aanaa Gursumii fi Baabbileetti hojii misooma qamadii Bonaa…