Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Angoolaan Itiyoophiyaa waliin damee qonnaarratti tumsaan hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)-Angoolaan Itiyoophiyaa waliin damee qonnarratti tumsaan hojjechuuf fedhii qabaachuu Pireezidaantiin Biyyatti Joo’awoo Maanuweel Gonkalvees Looreenkoo ibsan.…
Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaaf qophii gahaan taasifameera-Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)-Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaaf kabajuuf qophiin gahaan taasifamuu Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar…
Oromiyaatti abbootii qabeenyaa kuma 3 fi 100’f eeyyamni invastimantii kenname
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Oromiyaatti kurmaana jalqabaa Abbootii qabeenyaa kaappitaala Birri biiliyoona 32 galmeessan kuma 3 fi 100’f eeyyamni invastimantii kenname.
Hogganaan…
Fooramiin Qabeenya Tuurizimii Itiyoophiyaa beeksisuu Beejingitti gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Qabeenya Tuurizimii fi filmaatawwan invastimantii Itiyoophiyaan qabdu lammiilee Chaayinaaf beeksisuuf Fooramiin Piromooshinii Tuurizimii Chaayinaa…
Hojii dhabdootaaf carraa hojii uumuuf teeknoloojii hojmaata badaa hambisuu hojiirra oolchuuf…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Hojii dhabdoota akkaataa fedhii fi ogummaa isaatiin gurmeessuun carraa hojii uumuuf teeknoloojii hojmaata badaa hambisuu hojiirra oolchuuf hojjetamaa…
Albuudatti sona dabaluun omishaalee gabaa alatti erguu eegaluu dhiyeessitoonni ibsan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)-Albuudatti sona dabaluun omishaalee albuudaa gara gabaa alatti erguu eegaluu dhiyeessitoonni albuudaa ibsa.
Argisisni albuudaa 2ffaan Galmaa Barkumeetti…
Gaaffiin karraa galaanaa qooddachuu Itiyoophiyaa walitti hidhamiinsa naannawaa baha Afrikaa…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Gaaffiin karra galaanaa qooddachuu Itiyoophiyaa walitti hidhamiinsa naannawaa Baha Afrikaa kan cimsu ta’uu Xiinxalaan Siyaaaa fi Diinagdee Gaanfa Afrikaa…
Ministirri Muummee muuxannoo Itiyoophiyaan indaastirii magariisaa hordofuurratti qabdu…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktara Abiy Ahimad Itiyoophiyaan tarsiimoo indaastirii magariisaa hordoftu ilaalchisee muuxannoo qabdu Yaa’ii Misoomaa…
Itiyoophiyaan waltajjii waloo Miseensoota Hoggansaa Koree To’annoo Biyyaalessaa Mallattoo Daldalaa…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan waltajjii waloo Miseensoota Hoggansaa Koree To’annoo Biyyaalessaa Mallattoo Daldalaa Afrikaa Taanzaaniyaa Daaresalaamitti gaggeeffama…
Pireezidaanti Saahilawarqi Afrikaa Kibbaa galan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen yaa’ii haleellaa koorniyaa dubartoota dhaabuurratti xiyyeeffachuun gaggeeffamurratti hirmaachuuf Afrikaa Kibbaa…