Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baatiiwwan 6’n darbanitti oomishni qonnaa kuntaalli miiliyoonni 506 walitti qabameera-Dooktar Girma…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC)- Baatiiwwan jahan darbanitti oomishni qonnaa kuntaalli miiliyoonni 506 walitti qabamuu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen ibsan.…
Godaansaa deebitoota deebisaanii dhaabuu fi Godaansa seeraan alaa ittisuun hojii xiyyeeffannoo…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC) – Lammiileen karaa seeraan alaa biyyaa bahanii turan kumni 180 gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksiseera.…
Boruu eegalee hojiin Barsiisota Waldaan gurmeessuu ni jalqaba – BBMF
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC) – Barsiisota Waldaan Gurmeessuun hojiin Manneen Jireenyaa ijaaruu eegalame rakkoo mana jireenyaa barsiisotaa furaa jiraachuu Biiroon Barnootaa Magaalaa…
Guyyaan Injifannoo Adwaa Afrikaa Kibbaa fi Paakiistaanitti kabajame
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC) – Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan Afrikaa Kibbaa fi Paakiistaanitti qophiilee adda addaan kabajameera.
Ayyaana Afrikaa Kibbaa…
Godinichatti balaa tiraafikaan qabeenyi Birrii miiliyoona 15 olii manca’uun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC)-Ji'oottan 6’n darban Godina Wallagga Bahaatti balaa tiraafikaa uumameen qabeenyi Birrii miiliyoona 15 olii barbadaa'uun eerame.
Qindeessummaa Ejensii…
MM Abiy Ahimad kutaalee hawaasaa Bulchiinsaa Magaalaa Finfinnee waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad kutaalee hawaasaa jiraattota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waliin mari’ataniiru.
Magaalaan Finfinnee…
Itiyoophiyaan tumsa Dippiloomaasii Damee Inarjii fi Aveeshiniirratti xiyyeeffannoon hojjetaa jirti-…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan tumsa Dippiloomaasii Damee Inarjii fi Aveeshiniirratti xiyyeeffannoon hojjetaa jiraachuu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Dooktar…
Ismaarti Sitii ta’uun Magaalaa Adaamaa nageenyaa fi tasgabbii ishee mirkaneessaa jira-Obbo Haayilu…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC)- Magaalaa Adaamaa teeknooloojii Ismaarti sitii hojiirraa oochuun nageenyi fi tasgabbiin akka mirkanaa’u taasiseera jedhan Kantiibaan Magaalaa Adaamaa…
Bobbii biyya keessaa fi alaan lammiilee miiliyoona 1.4’f carraan hojii uumame – Aadde…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC) – Bobbii biyya keessaa fi alaan lammiilee miiliyoona 1.4’f carraan hojii uumamuu Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kamiil ibsan.…
Damee haqaan Ce’umsaa Haqaa fi karoora jijjiirama caasaa haqaaf xiyyeeffannoon kennameera-Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC)- Damee Haqaan Ce’umsa Haqaa fi karoora jijjiirama caasaa haqaaf dhimmoota xiyyeeffannoon kennameef ta’uu Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon…