Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qaala’iinsi jireenyaa dhiibbaa lammilee galii gadaanaarraan ga’uu hir’isuuf hojiileen garaagaraa…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Qaala’iinsi jireenyaa dhiibbaa lammilee galii gadaanaarraan ga’uu hir’isuuf hojiileen garaagaraa hojjetamaa jiraachuun Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Waggoottan dhufan Idaa Itiyoophiyaa %10 gadi akka ta’u eegama-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Waggoottan muraasa dhufan idaan Itiyoophiyaa %10 gadi akka ta’u eegama jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy ibsa Mana Maree…
Gaaffii karra galaanaa kaasuun keenya akka safuutti ilaalamuu hinqabu-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Gaaffii karra galaanaa qabaachuu kaasuun keenyaa safuutti ilaalamuu hinqabu jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy Ahimad gaaffii…
Koomishiniin Marii Biyyaleessaa Hojii wayyuu Itiyoophiyaaf akka hojjetuuf hundi akka deeggaruuf…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Koomishiniin Marii Biyyaleessaa Itiyoophiyaaf hojii wayyuu akka hojjetuuf hunduu deeggarsa taasisuu akka qaban…
Xinxalli bu’uura hinqabne rakkoo jiru sirnaan akka hinhubannee taasisa-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)-Xinxalli bu’uura hinqabne rakkoo jiru sirnaan akka hinhubannee kan taasisu ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Ministirri Muummee…
Qawwee lafa kaa’uun yaadaan hogganamuu barbaachisa-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Dhimma qawween hogganamuu lafa kaa’uun meeshaa yaadaan hogganamu hidhachuu barbaachisa jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy…
Miseensonni Mana Maree Dooktar Abiy Ahimadiif gaaffilee dhiyyeessaan
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)-Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga'ii idilee 4ffaan bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeessa jira.
Miseensonni Mana…
Hawwattummaa fi mijaa’ummaa magaalaa dabaluun sagantaa Ashaaraa Magariisaa cimsa-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)-Hawwattummaa fi mijaa’ummaa magaalaa dabaluun magaalaa magariisaa dhugoomsuu cinaatti, sagantaa ashaaraa magariisaa kan cimsuudha jedhan Pireezidaantiin…
Federeeshiniin Daldalaa fi Indaastirii Chaayina Itiyoophiyaatti damee qonnaarratti bobba’uuf…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Daldalaa fi Indaastirii Chaayina Itiyoophiyaatti damee hojii qonnaa fi Sibiilarratti bobba'uuf fedhii qabaachuu beeksise.
Komishinarri…
Roobni waqtii isaa hin eegne roobuu waandanda’uuf oomishni saffisaan walitti akka qabamu…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Roobni waqtii isaa hin eegne roobuu waandanda'uuf oomishni saffisaan walitti akka qabu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Akeekkachiise.
Guyyoota…