Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shira diinni keessaa fi alaa biyya jeequuf xaxaa jiru fashaleessuun barbaachisaadha – Fiild…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Shira diinni keessaa fi alaa biyya jeequuf xaxaa jiru fashaleessuun barbaachisaa ta'uu Itaamaajooriin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu…
Jilli Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Harargee Bahaatti hojiiwwan Loon mala namaan Rimaa…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Obbo Eeliyaas Kadir durfamu Godina Harargee Bahaatti hojiiwwan Loon mala namaan Rimaa qabsiisuuf qophii kompoostii…
Obbo Malaakuu Allebal Hawaasaatti indaastiriiwwan garaagaraa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal Magaalaa Hawaasaatti indaastiriiwwan maanufaakchariingii garaagaraa daawwataniiru.
Daawwannaa…
Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen duula biqiltuu dhaabuu Keeniyaarratti hirmaatan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC)- Keeniyaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Baacaa Dabaleen Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin ta’uun Duula Biqiltuu Dhaabuu Biyyalessaa…
Seenessii olaanaa Itiyoophiyaanota tokkummeessu ijaaruuf Paartiin Badhaadhinaa ni hojjeta-Obbo Adam…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC)- Seenessii olaanaa Itiyoophiyaanota tokkummeessu ijaaruuf Paartiin Badhaadhinaa kan hojjetu ta’uu Pireezidaantii Ittaanaan Paartichaa Obbo Adam Faaraah…
Jireenya qonnaan bultoota Naannoo Gaambeellaa jijjiiruuf xiyyeeffannan kan hojjetamu ta’uun…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC)- Qorannoo karoora fuulduree ce’umsa qonnaa Naannoo Gaambeellaa hojirra oolchuun jireenya qonnaan bultootaa fi horsiise bultoota naannichaa jijjiiruuf…
Naannichatti tasgabbii yeroo ammaa argame itichuuf hojjechuun murteessaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Naannoo Amaaraatti tasgabbii yeroo ammaa argame itichuuf hojjechuun murteessaa ta’uu Ajajaan Ajaja Kaaba Lixaa fi Walitti qabaan Komaandi Poostii Leetanaal…
Manni maricha walga’ii idilee 4ffa boru ni gaggeessa
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 4ffaa bara hojii 3ffaa boru bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Argamanitti ni gaggeessa.…
Siimpooziiyeemiin Gamtaa Astiroonoomikaalii Idil Addunyaa 386ffaan eegalame
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Siimpooziiyeemiin Gamtaa Astiroonoomikaalii Idil Addunyaa 386ffaan Finfinneetti eegalameera.
Siimpooziiyeemichi ‘ Ga’ee Samii gurraachii fi haambaaleen…
Guyyaan Sabaafi Sabalammootaa sadarkaa biyyaalessaatti kabajama-MMF
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC)- Guyyaan Sabaa fi Sablammoota Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaan sadarkaa biyyaalessaatti haala hawwataa ta’een akka kabajamu Manni Maree Federeeshinii beeksise.…