Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baankiin Addunyaa deeggarsa guddina sassaabbii galii biyya keessaaf taasisu kan itti fufuu beeksise
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Baankiin Addunyaa guddina sassaabbii galii biyya keessaa Itiyoophiyaa guddisuuf tattaaffi taasifamuuf deeggarsa taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu…
Shaashamanneetti Birrii miiliyoona 110’n hojiin boolla bishaanii qotuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti rakkoo bishaan dhugaatii qulqulluu furuuf Birrii miiliyoona 110’n hojiin boolla gadi fagoo qotuu gaggeeffamaa…
Itiyoophiyaa fi Saa’uud Arabiyaan damee Boba’aa fi Inarjiin tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Saa’uud Arabiyaan damee Boba’aa fi Inarjiin tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo…
Pirojektiin Paarkii “TeeknooTeekistayilii Itiyoo-Kooriyaa” jalqabaa eebbifame
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC)–Pirojektiin Paarkii “TeeknooTeekistayilii Itiyoo-Kooriyaa” jalqabaa eebbifameera.
Sirna eebba pirojektichaarratti Hoji Raawwachiisaa Olaanaan…
Dooktar Tashoomaa Addunyaan Facaasaa Qamadii Jallisii Bonaa jalqabsiisan
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Jilli Kantiibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu kutaa magaalaa Sabbataa Aanaa Meettaatti facaasaa qamadii jallisii Bonaa…
Obbo Dammaqaan Giddugala Maanguddootaa Meqedooniyaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin durfamu Giddugala Maanguddootaa Meqedooniyaa…
Arsii Lixaatti baatiwwan afran darban dargaggoota hojii dhabeeyyii kuma 74 oliif carraan hojii…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Baatiwwan afran darban dargaggoota hojii dhabeeyyii kuma 74 oliif carraan hojii uumamuu Waajjirri Carraa hojii uumuu fi Ogummaa…
Waltajjiin marii nageenya waaraarratti xiyyeeffatee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Mata duree “Bu’uuraalee Ijaarsa Biyyaa” jedhuun waltajjiin marii nageenya waaraa mirkaneessuuf xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jira.…
Godinichatti Buna toonii kuma 78 ol argachuuf karoorfameera
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Godina Buunnoo Beddelleetti lafa hektaarri kuma 135 Bunaan misoomeerraa oomisha toonii kuma 78 walitti qabuuf karoorfamuun ibsame.
Godina Buunnoo…
Emereetoonni Araba Gamtoomanii ijaarsa Giddugala Maanguddootaaf deeggarsa akka taasistu ibsite
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Emereetoota Araba Gamtoomanii…