Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Oromiyaatti Kitaabileen sirna barnootaa haaraan qophaa’aan miiliyoonni 2.9 raabsamuu…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Kitaabileen sirna barnootaa haaraan qophaa’aan miiliyoonni 2.9 manneen barnootaa sadarkaa 2ffaaf raabsamuu Biiroon Barnootaa…
Amb. Reedwaan ergaa Addaa Ministira Muummee irraa Pireezidaantii Keeniyaaf ergame ittiin ga’an
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC)- Gorsaan Nageenya Biyyaalessaa Ministira Muummee fi Ergamaan Addaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen ergaa addaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad irraa…
Daandichi xiyyaara fe’umsaa 10ffa ‘Booying 777’ galche
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara fe’umsaa 10ffaa 'Booying 777-200LR' jedhamu galchuu beeksise.
Xiyyaarichi abbaa mootora lamaa yoo ta’u,…
Pirofeesar Birhaanuun Daayrektara Dhaabbata Karoora Barnootaa Idil Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan Dhaabbata Mootummoota Gamtooaniitti Daayrektara Dhaabbata Karoora Barnootaa Idil Addunyaa…
Abbootiin qabeenyaa misooma indaastiriirratti bobba’an deeggaruuf qophiidha-Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa Abbootii qabeenyaa damee misoomaa indastiriirratti bobba’uu barbaadaniif deeggarsa taasisuuf qophii ta’uu Pireezidaantiin…
Seerri akka abbootiin qabeenyaa invastimantii anniisaa haaromaarratti akka bobba’an eeyyamu…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti hammattoon seeraa akka abbootiin qabeenyaa dhuunfaa invastimantii anniisaa haaromaa maddisiisuu fi raabsuurratti bobba’aniif eeyyamu…
Jilli Itiyoophiyaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan durfamu Koonfiraansii ‘UNESCO’ 42ffaarratti…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Gareen Jilaa Ministira Ministera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan durfamuu Koonfiraansii Dhaabbata Aadaa, Saayinsii fi Barnootaa Dhaabbata…
Duudhaaleen biyya keessaa nageenya waaraaf gahee olaanaa qaban 72 adda baafamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Duudhaaleen biyya keessaa nageenya waaraaf gahee olaanaa qaban 72 adda baafamuu Ministeerri Nageenyaa beeksise.
Ministir Deetaan Ministeercihaa…
Bu’uuraaleen misoomaa sadarkaa qulqullinaa barbaadamuu akka qabaatan hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Sadarkaa biyyaalessaatti bu’uuraaleen misoomaa ijaaraman sadarkaa qulqullinaa barbaadamu akka qabaataniif hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Magaalaa fi…
Obbo Dastaa Leeddaamoon Ambaasaaddara Neezarlaandi waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon jilla Ambaasaaddara Neezarlaandi Ambaasaaddar Heen Joon Abubakaariin durfamu waliin…