Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni Waloo Nageenyaa kabaja guyyaa Raayyaa Itisaa 116ffaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila…
Finfinnee, Onkololeesa 13, 2016 (FBC) - Guyyaan Raayyaa Ittisaa 116ffaan mata duree 'Raayyaa Injifataa wayita Qormaata dandamatu' jedhuun Finfinnee Addabaabayii Masqaalaatti ni kabajama.…
Aadde Adaanech Dooktireetii kabajaa argatan
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) - Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ameerikaa Tiriinitii Internaashinaal Ambaasaadar Yuunivarsiitirraa Dooktareetii kabajaa…
Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaan badhaasa Meedaaliyaa Saayinsii Ameerikaa argatan
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC)- Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaan badhaasa Meedaaliyaa Saayinsii Biyyaalessaa Ameerikaa argatan.
Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Saayintistootaa…
Mariin Hidha Haaromsaa Marsaa 3ffaan xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC)-Mariin gamsadee Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa marsaa 3ffaan Ijibti Kaariyootti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Dursaan Jila Mari'attootaa…
Humni Waloo Nageenyaa kabaja guyyaa Raayyaa Itisaa 116ffaa sababeeffachuun daandiwwan tajaajila…
Finfinnee, Onkololeesa 13, 2016 (FBC) - Guyyaan Raayyaa Ittisaa 116ffaan mata duree 'Raayyaa Injifataa wayita Qormaata dandamatu' jedhuun Finfinnee Addabaabayii Masqaalaatti ni kabajama.…
Jarman tumsa Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuuf kan hojjettu ta’uu ibsite
Finfinnee, Onkololeesa 13, 2016 (FBC) - Jarman tumsa dippiloomaasii fi Diinagdee Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf kan hojjettu ta'uu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Jarman…
Bakka Raayyichi socho’u hundatti deeggarsi ummataa cimaan akkuma itti fufetti jira –…
Finfinnee, Onkololeesa 13, 2016 (FBC) - Iddoolee Raayyaan Ittisaa biyya tiksuuf socho'u hundatti deeggarsi Ummataa cimaa ta'e jiraachuu Ajajaa Olaanaan Qajeelcha ajaja Kibbaa Leetanaal…
Namoota dhuunfaa ogummaa isaaniin Raayyaa Ittisaaf tumsa taasiisaniif beekkamtiin kenname
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Namoota dhuunfaa ogummaa isaaniin Raayyan Ittisaa Biyyaa FDRI’f tumsa taasiisaniif beekkamtini kenname.
Guyyaa Raayyaa Ittisaa 116ffaa…
Sagantaan Inisheetiivii Biizinasiiwwan jalqabaa eegalchiisuu sadarkaa biyyaalessaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Hojii Uumtoota haaraaf haala mijataa uumuuf kan kaayyeeffate Sagantaan Inisheetiivii Biizinasiiwwan jalqabaa eegalchiisuu sadarkaa biyyaalessaa…
Hariiroo Ameerikaa fi Itiyoophiyaa caalmaatti cimsuuf ni hojjetama – Obbo Dammaqaa Makonniin
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Jee Maasiingaa waliin…