Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen idil Addunyaa Sagantaa Nyaataa manneen barnootaa magaalaa Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC) – Dhaabbileen idil Addunyaa Sagantaa Nyaataa manneen barnootaa magaalaa Finfinneetti hojiirra oolaa jiru daawwataniiru.
Jilli Hoggantoota Dhaabbilee…
Jilli Obbo Adam Faaraahiin durfamu magaalaa Bahirdaariitti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu magaalaa Bahirdaariitti hojiilee misoomaa daawwateera.
Jilichi…
Fuula Miidiyaa Dijitaalaa keenya isa Sirrii
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Suuraa qindaa’een (Photoshop) dabalatee tooftaawwan garaagaraa fayyadamuun Odeeffannoo Faana Biroodkaastiingi Koorporeet fakkeessuun namoonni…
Godina Wallagga Bahaatti lafa hektaara kuma 106 ol Qamadii Jallisii Boneen misoomsuuf facaasaan…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC) – Godina Wallagga Bahaatti lafa hektaara kuma 106 fi 682 Qamadii Jallisii Boneen misoomsuuf facaasaan eegalamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksiseera.…
Guyyaan Alaabaa Wiixata dhufu kabajama
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Guyyaan Alaabaa Wiixata dhufu Onkololeessa 5, 2016 akka kabajamu Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa beeksise.
Guyyichi, mata duree “Olka’iinsi…
Komishiiniin Haaromsa Biyyaalessaa fi Manni Maree Dhaabbilee Waldaalee Sivilii Itoophiyaa…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Komishiiniin Haaromsa Biyyaalessaa fi Manni Maree Dhaabbilee Waldaalee Sivilii Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.…
Kutaalee Magaalaa Shaggarritti Inisheetiviin sagantaa nyaata barattootaa eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC) –Kutaalee Magaalaa Bulchiinsaa magaalaa Shaggaritti Inisheetiviin sagantaa nyaata barattootaa eegalameera.
Sagantaan nyaata barattootaa kun kutaa…
Koomiishiniin Hoggansa sodaa balaa fi DhMG buqqaatota deebisanii dhaabuurratti waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Koomiishinarri Koomishinii Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Shifarraa Takilamaariyaam Gorsaa Dhimmootaa Buqqaatotaa Biyyaa Keessaa…
Jilli Piroofeesar Birhaanuun durfamu naannoo Gaambeellaatti manneen barnootaa daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan durfamu naannoo Gaambeellaatti manneen barnootaa daawwateera.
Daa’immaan…
Pirojektoonni tola ooltummaan hojjetaman fayyadamtootaaf dabarfaman
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Pirojektoonni tajaajila tola ooltummaan Waajjiraa Muummee Ministiraa fi Dhaabbilee Waamamtootaan hojjetaman fayyadamtootaaf dabarfamaniiru.…