Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin marii qorannoo tarsiimoo ga’umsa daa’imummaan duraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Waltajjiin marii qorannoo tarsiimoo ga’umsa daa’imummaan duraa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar…
Obbo Fiqaaduu Tasammaan qaamolee milkaa’ina Irreechaa Hora Harsadiif gumaachan galateeffatan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)-Ayyaanni Irreechaa hora Harsadii karaa nagaa fi milkaahina qabuun xumuramuu isaatiin qaamolee milkaahina ayyaana kanaatiif gumaacha taasiftan hundaan…
Mootummaan naannichaa Irreecha meeshaa dippilomaasii akka ta’u mirkaneessuuf cimsee kan hojjetu…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa Biyyattiin Irreecha akka meeshaa dippilomaasii tokkootti akka itti fayyadamtu fi turiizimii ishee dagagsituu mirkaneessuuf…
Qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Qabxiin Qormaataa Biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan bara 2015 boru akka ifoomu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministeerri Barnootaa, barattoonni…
Irreechi Mallattoo Nageenyaa, Dhiifamaa fi Araaraa Ta’uu Gochaan Waan Argiisiistaniif…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Irreechi Mallattoo Nageenyaa, Dhiifamaa fi Araaraa Ta'uu Gochaan Waan Argiisiistaniif Galatoomaa jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Dargaggoonni ijaarsa nageenyaaf gahee isaanii akka bahatan hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Hojiilee tola ooltummaa jalqabamaniin dargaggoonni duudhaalee hawaasummaa akka cimsan taasisuun ijaarsa nageenyaa biyyattiif gumaacha gama isaanii akka…
Irreecharraa walooma, galata, araara fi dhiifama barachuu qabna-Hirmaattota Ayyaanichaa
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Irreecharraa, walooma, galata, araara fi dhiifama akkasumas, nageenya barachuu qabna jechuun hirmaattonni ayyaanichaa eeran.
Irreechi bara 2016 Mata…
Irreechi Hora Arsadee Nagaan Xumurameera-Humicha Waloo
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)-Irreechi Hora Arsadee Bishooftuutti kabajamaa ture karaa duudhaa isaa eeggateen nagaan kabajamee xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa…
Irreecha UNESCO’tti galmeessuun hawwatummaa tuuriizimii isaa dabaluu barbaachisa- Hirmaattota
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)-Irreecha, Dhaabbata Barnootaa, Aadaa fi Saayinsii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti (UNESCO) galmeessuun hawwatummaa tuuriizimii isaa dabaluun…
Awutoobisiin Magaalaa namoota Gadda taa’an irraan du’aatii fi miidhaa qaqqabsiise
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)-Konkolaataan Awutoobisiin Magaalaa dunkaana namoota gadda taa'aniif buufame cabsee seenuun balaa qaqqabsiiseen lubbuun namoota sadii darbe.
Balichi…