Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech ijaarsa manneen jireenyaa fi giddugala tolcha buddeenaa Birri miiliyoona 300…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee jiraatota sadarkaa jireenyaa gadaanaa keessa jiraniif, manneen jireenyaa fi giddugala tolcha…
Haala sagantaa fooyya’iinsa Diinagdee Ityoophiyaa deeggaruun danda’amurratti…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee fi Bulchaan Baankii Biyyalessa Ityoophiyaa Maammoo Mihiratuun Baankii Addunyaatti Itti Aanaa…
Godina Arsii Lixaatti qonna Arfaasaaf xaa’oon kuntaalli kumni 229 dhiyaate
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti qonna Arfaasaaf hanga ammaatti xaa'oon kuntaalli kumni 229 dhiyaachuu Waajjirri Waldaalee Hojii Gamtaa godinichaa beeksiseera.…
Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaan yaa’ii Bishaanii DhMG irratti hirmaachaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaan yaa'ii Bishaanii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ameerikaa magaalaa…
Ambaasaaddar Misgaanuun Daayrektara Olaanaa Dhimmota Siyaasaa biyyoota Beeneeluuksi waliin…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) –Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Daayrektara Olaanaa Dhimmota Siyaasaa biyyoota Beeneeluuksi waliin mari'ataniiru.…
Godaantoota Somaaliyaa Ityoophiyaatti argamaniif deeggarsi yeroo ariifachiisaa Doolaarri miiliyoonni…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Godaantoota Somaaliyaa Ityoophiyaatti argamaniif deeggarsi yeroo ariifachiisaa Doolaarri miiliyoonni 116 kan barbaachisu ta'uu Dhaabbata Mootummooota…
Mariin hoggantoota olaanoo naannolee garaagaraatti gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Mariin hoggantoota olaanoo naannolee Sidaamaa, Gaambeellaa, Hararii fi Beenishaanguul Gumuzitti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Marichi murtoowwan…
Sirni Awwaalchaa Saayintistii beekkamaa Eeggumsa naannoo Dooktar Tawaldebirihaan raawwate
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Sirni Awwaalchaa Saayintistii beekkamaa dhimma Eeggumsa naannoo Dooktar Tawaldee Birihaan Gabra Igzi'aabheer har’a Mana Amantaa Kaateediraalii…
Hojiileen kunuunsa naannoo Ityoophiyaa biyyoota biroof muuxannoo kan ta’udha- Eelzaabeet Maaruumaa
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015(FBC)- Hojiileen kunuunsa naannoofi jijjiirama qabeenya qillensaa ittisuu Ityoophiyaatti hojjetamaa jiran biyyoota biroof muuxannoo kan ta’an ta’uu Ittaantuun…
Jarman Ityoophiyaa dabalatee biyyoota hongeen miidhamaniif deeggarsa Yuuroo miiliyoona 25 taasifte
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015(FBC)- Mootummaan Jarman Ityoophiyaa, Keeniyaa, Soomaaliyaafi Sudaanitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Yuuroo miiliyoona 25 taasisuu ibsame.…