Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa ABUT tarree shororkeessummaarraa haqe
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii addaa har’a gaggeesseen ABUT moggaasa tarree shororkeessummaarraa akka haqamu yaada murtoo dabarseera.…
Bu’aa qabeessummaa Sosochii Ityoophiyaa Haa Oomishtuuf hirmaannaan abbootii qabeenyaa dhuunfaa cimuu…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015(FBC)- Sosochiin Ityoophiyaa Haa Oomishtuu bu’aa qabeessa akka ta’uuf hirmaannaan abbootii qabeenyaa dhuunfaa cimuu akka qabu Ministirri Ministeera Indaastirii…
Waltajjiin marii hoggantoota olaanoo naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) - Waltajjiin marii hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa mata duree “Injifannoo Itichuu fi qormaatilee darbuun ergama hoggantoota…
Mootummaan Waliigaltee nageenyaa mallatteeffame waaraa taasisuuf hojjechaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015(FBC)- Mootummaan Waliigaltee nageenyaa mallatteeffame waaraa taasisuuf hojjechaa jiraachuu ibsameera.
Dhaabbanni “Seekuriitii Istadiis” dhaabbata “Oppiin…
Oromiyaatti hidhaawwan bishaan Roobaa kuusan 73 hojjetamaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Godinaalee Oromiyaa hanqina Roobaa qabanitti Pirojektoota Finnaan hidhaawwan bishaan Roobaa kuusan 73 hojjetamaa jiraachuu Biiroon Misooma Jallisii fi…
Magaalichatti hojiileen fooyya’iinsaa hojiimaatilee badaa tajaajila lafaarratti mul’atan hambisan…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti hojiileen fooyya’iinsaa hojiimaatilee badaafi hanna tajaajila lafaarratti mul’atan hambisan hojjetaamaa jiraachuu Biiroon Misooma…
Biriitaaniyaan hojiirra oolmaa waliigaltee Piriitooriyaaf kan tumsitu ta’uu beeksifte
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Misoomaa fi Dhimmoota Afrikaa Biriitaaniyaa Andiriiw Miishal…
Negeellee Arsiitti lammiileen kumni 6 ol sagantaa wabii nyaataan fayyadamtoota ta’aniiru
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)-Godina Arsii Lixaa Magaalaa Nageellee Arsiitti sagantaa wabii nyaataa fi fooyya'iinsa jireenyaan, lammiileen kumni 6 fi 500 ol fayyadamtoota ta’uun…
Kitaabaa Dhaloota Ida’amuu Birrii miiliyoona 609 oliin bituuf waadaan galame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)- Abbootiin Qabeenyaa Naannoo Oromiyaa Kitaaba 'Dhalootaa Ida’amuu' Birrii Miiliyoona 609 oliin bituuf waadaa galan.
Sagantaan beeksisa fi galii…
Abune Aragaawwii dadhabbii addunyaa kanaarraa boqotan
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)- Dooktar Abune Aragaawwii, Itti Gaafatamaan Waajjira Paatiriyaarkii fi Qajeelcha Hariiroo Alaa, Phaaphaasiin Kutaa Lallabaa Jibuutii, dadhabbii addunyaa…