Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Warqinaa Gabaayyoon Antoonii Biliinkaan waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Barreessaan Dhaabbata Misooma Mootummoota Bahaa Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon Ministira Dhimmaa Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkaan waliin…
Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Feestivaalli Aadaa kabajamuu eegale
Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Feestivaalli Aadaa sagantaalee garaagaraan kabajamuu eegaleera.
Mata duree “Aadaan keenyaa waliin jireenyaa fi…
Naannoon Oromiyaa qaamoole deeggarsaa taasisaniif marsaa 2ffaan beekkamtii kenne
Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa qaamoolee deeggarsa lammiilee hongeen miidhamaniif taasisaniif marsaa 2ffaan beekkamti kenneera.
Sirnichaarraatti…
Obbo Shimallis Abdiisaan Qamadii bonee Aanaa Lumee daawwatan
Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallisa Abdiisaan Godina Shawaa Bahaa aanaa Lumeetti qamadii jallisiin misoome daawwataniiru.
Daawwannaa…
Mariin hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa xumurame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Mariin hoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa raawwii karoora baatiiwwan jahan darbanii irratti gaggeessaa turan goolabameera.
Waltajjichaan…
Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Feestivaalli Aadaa kabajamuu eegale
Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Feestivaalli Aadaa sagantaalee garaagaraan kabajamuu eegaleera.
Mata duree “Aadaan keenyaa waliin jireenyaa fi…
Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan…
Antoonii Biliinkan Finfinnee galan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Biliinkan wayita buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Adeemsi waliigaltichaa Ityoophiyaanonni rakkoo keessoo isaanii mariin furachuuf ummata ogummaa qaban…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Adeemsi waliigaltichaa Ityoophiyaanonni rakkoo keessoo isaanii mariin furachuuf ummata ogummaa qaban ta'uu kan mul'isuu ta'uu Afrikaa Bahaatti Ergamaan…
Gamtaan Awurooppaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu guddisuuf fedhii qabaachuu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu caalmaatti guddisuuf fedhii qabaachuu Tajaajila Dhimma Alaa Gamtaa Awurooppaatti Itti aanaa…