Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach itti aanaa Kantibaa magaalaa Chuunchoo waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC) - Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kooriyaa Kibbaatti itti aanaa Kantibaa magaalaa Chuunchoo Lii Chaangiwoo waliin mari’ataniiru.…
Manni marichaa Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC) - Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 4ffaa bara hojii 2ffaa gaggeesuu eegaleera.
Yaa’iichaarratti raawwiin hojii baatiiwwan jahan darbanii…
Guyyaan dubartootaa waggaatti guyyaa tokkoo qofa osoo hin taane hojii guyyoota 365 ta’uu qaba…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen guyyaa dubartootaa 47ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Dubartoonni Ityoophiyaa fi…
Yaa’iin Giddugala Bulchiinsa Hojjettoota Naannawaa Afrikaa eegale
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Yaa’iin 49ffaan Giddugala Bulchiinsa Hojjettoota Naannawaa Afrikaa bakka ministiroonni biyyoota miseensotaa argamanitti Finfinneetti gaggeeffamuu…
Godaantonni Ityoophiyaa 66 Jibuutirraagaraa biyyaatti deebi’uun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Godaantonni Ityoophiyaa 66 Jibuutirraa gara biyyaatti deebi’uun Jibuutiitti Embaasiin Ityoophiyaa beeksise.
Embaasichii Mootummaa Jibuutii waliin…
Jilli ministirootaa hongee Booranaatti mudatee fi hojiilee dandammii hojjatamaan daawwate
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Jilli ministirootaa Godina Booranaatti ongee mudate hojiilee dandammii hojjatamaa jiru daawwataniiru.
Daawwannicharratti Ministirri Magaalaa fi…
Miseensa Buusaa Gonofaa ta’uun dhaabbata guddicha Baha Afrikaa akka tahu hojjechuu qabna-Pir.…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Miseensa Buusaa Gonofaa ta'uun dhaabbata guddicha Baha Afrikaa akka tahu hojjechuu qabna jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Dhaabbilee Raashiyaa Paarkiiwwaan Indaastiriitti hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsan
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Bakka bu’oonni dhaabbilee Raashiyaa Paarkiiwwaan Indaastirii dawwaachuun, paarkiwwaan kanneen keessatti hojjechuu akka barbadaan ibsaniiru.
Bakka…
Mootummaan Ityoophiyaa fi Rippaabilikiin Cheek walta’iinsa gam-lameeniirratti mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa fi Rippaabilikiin Cheek gidduutti hammattoo walta’iinsa damee qonnaa fi bishaanii haaraa jijjiirama qabeenya qilleensaa kan…
Oromiyaan qabeenya Aadaa fi Tuurizimii Argisiisa Daldalaa fi Turizimii Addunyaarratti beeksiste
Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Qabeenyi Aadaa fi tuuriizimii Naannoo Oromiyaa waltajjii Argisiisa Daldalaa fi Turizimii Addunyaa Jarman Barliinitti gaggeeffamaa jirurratti dhiyaate.…