Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Uummanni walgargaarsa seenaa keessatti gabbifate fayyadamee waan qabu waliif qooduu qaba- Preezdaant…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan erga Baga ayyaana Faasikaatiin isin gahee dabarsaniiru.
Guutuun Ergichaa akka armaan gadiitti…
Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun Madfiin yeroo 9 ni dhukaafama
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun har’a galgalaa sa’aatii 9tti Madfiin yeroo 9 akka dhukaafamu Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa beeksiseera.
Madfichi…
Xaa’oon biyyoo Yuuriyaan Meetriik Tooniin kumni 50 buufata Jibuutii gahee geejjibsiifamu eegale
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Xaa’oon biyyoo Yuuriyaan Meetriik Tooniin kumni 50 buufata Jibuutii gahee geejjibsiifamu eegaleera.
Hanga ammaattis akaakuun xaa’oo biyyoo NPSB fi NPS…
Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 75 olitti tilmaamaman to’annaa jala oolan
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Torbee darbe Meeshaaleen Kontirobaandii galii fi baasiin Birrii miiliyoona 75.5tti tilmaamaman to’annaa jala ooluu Komishiniin Gumurukaa Beeksiseera.…
MM Abiy Ahimad bulchiinsa saba Waaghimraatti bakka buutoota hawaasaa waliin mari’ataa jiru
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaa bulchiinsa saba Waaghimraatti bakka buutoota hawaasa…
Magaalichatti ayyaana Faasikaa sababeeffachuun duulli qulqullinaa gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti ayyaana Faasikaa sababeeffachuun bakka buutoonni amantaa adda addaa duula qulqullinaa gaggeessaniiru.
Magaalaa Finfinnee kutaalee…
Namni dhuunfaa kilaashii 10 fi rasaasota kuma 1 fi 900 ol agadaa keessa dhoksuun daddabarsaa ture…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Namni dhuunfaa kilaashii 10 fi rasaasota kuma 1 fi 900 ol agadaa keessaa dhoksuun daddabarsaa ture to’annaa jala ooleera.
Godina Walloo Kibbaatti Itti…
Preezdaantonni naannolee Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)- Preezdaantoonni naannolee garaagaraa Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal…
Guyyaan lafaa addunyaa yeroo 52ffaaf kabajame
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Guyyaan lafaa sadarkaa idil addunyaatti Pilaaneetii keenya eeguuf 'Invastii haa goonu' mata duree jedhuun yeroo 52ffaaf kabajameera.
Guyyaan Lafaa…
Naannoo Harariitti Ayyaana Shawaal Iid haala milkii qabuun kabajuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti Ayyaana Shawaal Iid haala jaalala ummataa fi amantaalee, walda'uu fi tokkummaa cimsuu danda'uun kabajuuf hojjetamaa jiraachuu…