Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbatichi qaamolee qooda fudhattootarraa kan walitti qabe deeggarsa Birrii miiliyoona 3 raayyaa…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa qaamolee isaa waliin hojjetan irraa kan walitti qabe deeggarsa Birrii miiliyoona 3 Ministeera raayyaa ittisa biyyaaf…
Naannoo Somaaleetti kutaalee hawaasa rakkoo wabii nyaataaf saaxilamaniif deeggarsi Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Naannoo Somaalee iddoowwan hongeen itti muudatan kutaalee hawaasa rakkoo wabii nyaataaf saaxilamaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 42 taasifameera.…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii hojmaataa loogiirraa bilisa ta’e diriirsuu qaba jedhame
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fooyya’iinsa hojmaataa loogiirraa bilisa ta’e kan isa barbaachisu ta’uu Inistiityuutii Dhimmoota Tarsiimootti qorataan…
Torban lama keessatti haroo Dambal irraa aramaan Imboccii heektaarri 9 ol kaafamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Torban lama keessatti haroo Dambal irraa aramaan Imboccii heektaarri 9 ol kaafamuu ibsameera.
Haala aramaa imboccii haroo dambal weerara jiru waaraan…
Faransaay Ityoophiyaaf dabalataan deeggarsa Doolaara miiliyoona 2 taasifte
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Faransaay Ityoophiyaaf dabalataan deeggarsa Doolaaraa Ameerikaa miiliyoona 2 taasisuu ishee beeksifteetti.
Deeggarsichi kutaa kaabaa biyyattittii fi…
Simannaan Ityoophiyaanoota gara biyyaa dhufaniif qophiiwwan duraa xumuramaa jiru-Dr Hiruut
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Biiroon Aadaafi Tuuriizimii Finfinnee Lammiilee Ityoophiyaa ayyaana Qilleef dhufaaniif simannaa irraa jalaqabee qophiileen hawatoo ta'an ni jiraatu…
Godina Jimmaa aanaa Nadhii Gibeetti lafti hektaarri kuma 4 fi 214 qamadii jallisiitin misoome
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Godina Jimmaa aanaa Nadhii Gibeetti lafti hektaarri kuma 4 fi 214 qamadii jallisiitin misoomeera.
Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhina…
Deeggarsi Ityoophiyaanoonni taasisaa jiran ‘lammiilee miidhaan irraa ga’ee dandamachiisuu ni…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Deeggarsi Ityoophiyaanoonni taasisaa jiran ‘lammiilee miidhaan irra ga’ee dandamachiisuu ni danda’a’ jechuun Preezdaantiin Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal…
Rasaasni Kilaashii fi Zinnaarri Bireenii qaama konkolaataa keessa dhokfamuun gara Finfinnee gale…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Rasaasni Kilaashii kumni 6 olii fi Zinnaarri Bireenii 14 qaama konkolaataa keessa dhokfamuun gara Finfinnee gale to’atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee…
Mootummaan Israa’eel lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa meeshaalee…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Mootummaa fi uummanni Israa’eel lammiilee sababa walitti bu’iinsa kaaba Ityoophiyaatti uumameen qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa…