Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Wucaaleetti Madfii gareen shororkeessaa ABUT dhukaaseen miseensoonni maatii 4 ajjeefaman
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Magaalaa Wucaaleetti Madfii gareen shororkeessaa ABUT dhukaaseen miseensoonni maatii 4 ajjeefamuu warri ijaan argan himaniiru.
Gareen shororkeessaa ABUT…
Naannoo Oromiyaatti duulli Kunuunsa Qabeenya Umamaa Amajjii 5, 2014 ni eegala
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti duulli Kunuunsa Qabeenya Umamaa Amajjii 5, 2014 kan eegalu ta’uu ibsameera.
Sagantaan Muxxannoo wal-jijjiiraa…
Poolisiin Federaalaa fi Ityoo Telekoom dhaabbilee naannoo Amaaraatti barbadaa’an deebisanii dhaabuuf…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Poolisiin Federaalaa fi Ityoo Telekoom dhaabbilee naannoo Amaaraa garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’an deebisanii dhaabuuf deeggarsa meeshaalee taasisuu…
Ministeerri Barnootaa yaada foyyeessaa sirna barnootaarratti Yuunvarsiitii Samaraatti waltajjii…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Ministeerri Barnootaa yaada foyyeessaa sirna barnootaarratti Yuunvarsiitii Samaraatti waltajjii marii gaggeessuu ibsame.
Mariin sadarkaa sirni barnootaa…
Godina Gujii aanaa Adoolaa Reeddeetti projektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona 15’n ijaarraman
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Godina Gujii Aanaa Adoolaa Reeddeetti Dhaabbanni Qarchaa Inshee Waldaa Tola Oolaa isaa Buna Qalaa jedhamuun Birrii miiliyoona 15'n projektoota adda addaa…
Imaammata Afaanii gara afaan Oromootti hiikameerratti mar’atame
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Imaammata Afaanii gara afaan Oromootti hiikameerratti mar'atamuu ibsameera.
Mootummaan afaan Amaaraatiin cinaatti afaanoonni biyyaatti…
Suphaan sarara elektirikaa gandoota Daalaattii-Odaa fi Guubaa Goonqoroo xumuramuun tajaajila laachuu…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Suphaan sarara elektirikaa gandoota Daalaattii-Odaa fi Guubaa Goonqaroo xumuramuun tajaajila laachuu eegaluu Tajaajilli Elektirikaa naannoo Beenishaanguul…
Dhiibbaa diinagdee sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin qaqqabuu danda’u dandamachuuf damee…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Dhiibbaa diinagdee sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin qaqqabuu danda’u dandamachuuf damee qonnaarratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu…
Duulli Birmadummaa Sabdaneessaa injifannoo boonsaa galmeessisu itti fufe – TKM
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Duulli Birmadummaa Sabdaneessaa injifannoo boonsaa galmeessisu itti fufu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Ministir Deetaan…
Boordichi naannoo Sidaamaa kutaa bulchiinsa magaalotaa fi aanaalee garaagaraatti daawwannaa dirree…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Boordiin qorannoo labsii yeroo ariifachiisaa naannoo Sidaamaa kutaa bulchiinsa magaalotaa fi aanaalee garaagaraatti hojiirra oolmaa labsichaa ilaalchisee…