Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojii Misooma Sululaan Kunuunsi Biyyoo fi Bishaanii xiyyeeffannoo olaanaa barbaada jedhame
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Ogeeyyiin godinaalee Oromiyaarraa walitti babba'an hojii misooma sululaa Godina Harargee Lixaattii muuxannoo qooddataa jiru.
Sirna…
Godina Qellem Wallaggaatti miseensoonni Shanee meeshaalee saamaan waliin to’annaa jala oolan
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Aanaalee Anfilloo fi Gaawoo Qeebbeetti miseensoonni Shanee meeshaalee saamaan waliin to’annaa jala ooluu ibsameera.
Godina Qellem…
Aanaaleen Talaalaak, Dawwee fi Daaliifageen tajaajila humna elektirikaa argatan
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Aanaaleen Talaalaak, Dawwee fi Daaliifageen tajaajila humna elektirikaa argachuu Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa beeksiise.
Gareen…
Sirni Aadaa Jilaa Muudaa Malkaa Aanaa Hamballaa Waammannaa Malkaa Haballaatti taa’ame
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) - Godina Gujii Lixaa Aanaa Hamballaa Waammannaatti Abbootiin Gadaa Gujii Jilaa Aadaa Ardaa jilaa Malkaa Muuda Haballaatti taasisuun Nageenyaa, Fayyaa…
Kabaja Ayyaana waggaa Qulqulluu Qullubbii Gabre’eeliif qophiin barbaachisu xumurame –…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) - Kabajni Ayyaana waggaa Qulqulluu Qullubbii Gabre'eelii rakkoo nageenyaa tokko malee karaa nagaan akka kabajamu qophiin barbaachisu xumuramuu Poolisiin…
Miseensonni Raayyaa Ittisaa adda waraanaa Gaaashanaa oomisha Qonnaan bultootaa walitti qaban
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) - Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa adda waraanaa Gaashanaa ABUT irratti injifannoo boonsaa galmeessuu cinaatti hojii misoomaarrattis hirmaachaa jiru.…
Lammiileen Ityoopiyaa Saa’uud Arabiyaatti baratan proojektii bishaan dhugaatii godina…
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) - Lammiileen Ityoopiyaa Saa'uud Arabiyaatti baratan projaktii bishaan dhugaatii godina jimmaatti ijaarsisaa turan hawaasaaf dabarsaniiru.
Lammileen…
Qonnaan Bultoonni magaalaa Finfiinnee Birrii miiliyoona 11 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa…
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) - Qonnaan Bultoonni magaalaa Finfinnee kutaalee garaagaraa Birrii miiliyoona 11 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Qonnaan bultoonni kunneen…
Obbo Dammaqaan Manneen Amantaa Kiristiyaanaa fi Gadaamiiwwan Dabra Roohaa Qidduus Laallibalaa
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Manneen Amantaa Kiristiyaanaa fi Gaadaamiiwwan Dabra Roohaa…
Naannoo Afaaritti gareen shororkessaa ABUT qabeenya dhaabbilee barnootaa Birrii biiliyoona 1 olitti…
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) – Naannoo Afaaritti gareen shororkessaa ABUT bakkeewwan weeraree turetti qabeenya dhaabbilee barnootaa Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamamu barbadeessuu…