Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Mattakkal humnoota farra nageenyaa waraana bakka bu’iinsaarratti hirmaatanirratti tarkaanfii…
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuz godina Mattakkal humnoota farra nageenyaa waraana bakka bu’iinsaarratti hirmaatanirratti tarkaanfii cimaan kan fudhatamu ta’uu…
Giriik hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu daran cimsuuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) – Giriikiitti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Damituu Hambisaan Ministeera Dhimma Alaa Giriikiitti Daayreektara Dhimmoota Siyaasaa Daayrektar…
Lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf hawaasni muusiliimaa deeggarsa…
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) – Lammiilee gocha garee shororkeessa ABUTiin qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf hawaasni muusiliimaa deeggarsa akka taasisu Manni…
Keeniyaatti hiriirri giddu seentummaa biyyoota alaa balaaleffatu gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) – Keeniyaa magaalaa Naayiroobiitti hiriirri giddu seentummaa dhimma keessoo Ityoophiyaarratti biyyoota Lixaan taasifamu balaaleffatu gaggeeffameera.…
Fayyadamummaa muduraa fi bunaa dhaabamanii mirkaneessuun hojiilee ittaanuu ta’uu qaba- Obbo…
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) –Fayyadamummaa muduraa fi bunaa dhaabamanii mirkaneessuun hojiilee inishiyeetivichaa ittaanuu ta'uu qaba jedhan Hoogganan Biiroo Qonnaa fi Qabeenyaa umamaa…
Namoonni bu’uuraalee misoomaa elektirikaa daandii baaburaaf diriirfame hatan to’annaa jala oolan
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) – Namoonni bu’uuraalee misoomaa elektirikaa daandii baaburaaf diriirfame osoo hatanii argaman to’annaa jala ooluu Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa…
Ityoophiyaan dandeettii oomishtummaa ishee guddisuu fi filannoowwan gabaa idil addunyaa bal’isuu…
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan dandeettii oomishtummaa ishee guddisuu fi filannoowwan gabaa idil addunyaa bal’isuu akka qabdu hayyoonni diinagdee ibsan.
Dhiibbaa…
Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa hospitaala Ispeeshaalaayizdii Kompireensiivii Raayyaa Ittisa…
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) – Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa dhaabbilee itti waamamoo waliin ta’uu hospitaala Ispeeshaalaayizdii Raayyaa Ittisa Biyyaa Bishooftuuf deeggarsa Birrii…
Sirni walharkaa fuudhinsa tiraaktarootaa fi Qonnaan bultootaa fi dargaggootaa gurmaa’aniif…
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) - Sirni wal harkaa fuudhiinsa tiraaktarootaa dhaabbata intarpiraayizii sanyii filatamaa Oromiyaa fi dhaabbata keenya oomisha maashinoota qonnaa fi daldala…
Rakkoo biyya keenya muudate giddu seentummaa tokko malee ofuma keenyaan furachaa jirra – Aadde…
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) - Rakkoo biyya keenya muudate giddu seentummaa tokko malee ofuma keenyaan furachaa jirra jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee.
'Ani…