Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dubartoonni magaalaa Finfinnee Hiriira ba’uun miidhaa Dubartootaa fi daa’immanirra…
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) - Dubartoonni magaalaa Finfinnee addabaabayii Masqalaatti hiriira ba'uun miidhaa gareen shororkeessaa ABUT Dubartootaa fi Daa'immanirra ga'aa jiru…
Dooktar Abrahaam gita isaanii Turkii waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaay gita isaanii Turkii Huuluusii Akkaar waliin mari'ataniiru.
Dooktar Abrahaam Yaa'ii…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Itti aanaa Ministira Alaaa Turkii waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Itti aanaa Ministira Alaaa Turkii Ambaasaadar Saadaat Oonaat waliin dhimmoota hariiroo…
MM Abiy Ahimad gara Finfinnee deebi’an
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Yaa'ii 3ffaa Turki - Afrikaa irratti hirmaachaa kan turan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi jilli isaaniin durfamu gara Finfinnee deebi'uu waajjirri…
Suphaan Sarara daddabarsa Humna Elektirikaa Kombolchaa – Samaraa xumurame
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Suphaan Sarara daddabarsa Humna Elektirikaa abbaan Kiiloo Vooltii 230 Kombolchaa - Samaraa xumuramuun hojiin yaalii gaggeeffamaa jiraachuu Humni Elektirikii…
Ambaasaaddar Leencoon Itti aanaa Ministiraa Dhimmoota Qoonsilaa Saa’uud Arabiyaa waliin…
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Saa'uud Arabiyaatti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Leencoo Baatiin Itti aanaa Ministiraa Dhimmoota Qoonsilaa Saa'uud Arabiyaa Ambaasaaddar Taamiim…
Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Gaaboon waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Gaaboon Alii Boongoo fi kan Angoolaa Joo'awaa Looreenzoo waliin dhmmoota hariiroo waloo fi ardii…
Gareen shororkeessaa ABUT wayita Waldiyaa weeraree turetti yakkoota sukaneessaa raawwachuu ibsame
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUT wayita Waldiyaa weeraree turetti yakkoota sukaneessaa raawwachuu jiraattoonni magaalichaa ibsan.
Garichi dubartoota gudeeduu,…
Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenya Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)-Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenya Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Humna Addaa Lixa Oromiyaatti Nageenya Uummataa kabachiisuurratti bobba’anii jiraniif…
Lammiileen Ityoophiyaa fi Eertiraa Finlaand Heelsiinkiitti sochii ‘No More’ gaggeessan
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa fi Eertiraa hiriira balaaleffannaa gidduuseentummaa biyyoota dhihaa Finlaandi Heelsiinkiitti gaggeessaniiru.
Hiriira kanarrattis…