Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koolleejjiin Sayinsii Fayyaa Yuunvarsiitii Walaayittaa Sooddoo ogeeyyii fayyaa 486 eebbisiise
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Koolleejjiin Sayinsii Fayyaa Yuunvarsiitii Walaayittaa Sooddoo ogeeyyii fayyaa 486’f barsiisaa ture eebbisiiseera.
Yuunvaarsiitiin Walaayittaa Sooddoo…
Lammiilee rakkoof saaxilamaan deeggaruuf hirmaannaa ni taasifna-Hawaasa Daldalaa magaalichaa
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Kutaalee hawaasa garee shororkeessaa ABUT’tiin miidhaamaan deeggaruu fi iddoowwan barbada’aan deebisaanii dhaabuu hirmaannaa akka taasisaan Hawaasni Daldalaa…
MM Abiy Preezdaant Erdoogaan waltajjii fayyadamummaa hariiroo Turkii fi biyyoota Afrikaa mirkaneessu…
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira Abiy Ahimad Preezdaantiin Turkii Rajiib Xaayib Erdoogaan waltajjii fayyadamummaa hariiroo Turkii fi biyyoota Afrikaa mirkaneessuu fi tumsu…
Waldiyaa dabalatee magaaloonni biroon guutuuma guutuutti garee shororkeessaa ABUT irraa bilisa…
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Godina Walloo Kaabaatti magaalaa Waldiyaa dabalatee magaaloonni Saanqaan, Siriinqaan, , Haaraan, Gobbiyyee, Roobiitii fi Qobboon guutuumaa guutuutti garee…
Biirichii fi dhaabbileen itti waamamoon raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsa…
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Biiroon Geejjibaa magaalaa Finfinnee fi dhaabbileen itti waamamoon raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 44…
Sagantaan duula qulqullinaa keessummoota gara biyyaa dhufan simachuu ifatti eegale
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Waamicha Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad taasisaan sababeeffachuun sagantaan duula qulqullinaa keessummoota gara biyyaa dhufan simachuu ifatti eegaleera.…
Ityoophiyaan murtoo waltajji Mana Maree Mirgoota Namoomaa DhMG hin fudhattu, raawwii isaas hin…
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan Murtoo waltajji Mana Maree Mirgoota Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii hin fudhattu, raawwii isaas hin tumsitu jechuun Mootummaan…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Yaa’ii 3ffaa hoggantoota Turki-Afrikaarratti hirmaata jiru
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad Yaa’ii 3ffaa hogantoota Turki-Afrikaarratti hirmaata jiru.
Yaa’ichis Istaanbuuliitti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ii…
Konfiransiin biyyaalessaa dubartootaa haala dhiibbaa Korniyaa Ittisuu fi to’achuun…
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Konfiransiin biyyaaleessaa dubartootaa haala dhiibbaa Korniyaa Ittisuu fi to'achuun danda'amurratti Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaatin qophaa'e…
Giddugalli gabaa ”Oro Freesh” damee 6ffaan Jamoo 3tti baname
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Giddugalli gabaa "Oro Freesh" damee 6ffaan Jamoo 3tti banamuu ibsameera.
Kubbaaniyyaan ''Oro Frees'' oomishtoota gabaa waliin kallattin walqunnamsiisuu…