Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan farraa malaamaltummaa naannoo Oromiyaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Guyyaan farraa malaamaltummaa 16ffaan sadarkaa naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti kabajamaa jira.
Guyyichi mata duree "hooggansa naamusaawan Oromiyaa…
Jarmaan Ityoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 80.6 akka laattuu ifoomsite
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Jarmaan Ityoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 80.6 akka laattuu ifoomsiteetti.
Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shidee kaleessa…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Yaa’ii waliigalaa Idilee waggaa 17ffaa Abbootii Aksiyoonaa…
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Yaa'ii waliigalaa Idilee waggaa 17ffaa Abbootii Aksiyoonaa Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeessaa jira.
Baankichi…
Raashiyaan dhiibbaa kamiyyuu Ityoophiyaarratti taasifamuu kan mormitu ta’uu ibsite
Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Raashiyaan dhiibbaa kamiyyuu Ityoophiyaarratti taasifamuu kan mormitu ta’uu ibsiteetti.
Raashiyaan mata duree ‘rakkoo Afrikaaf furmaanni Afrikaanoota’…
Yeroon kun yeroo tokkummaan ummata Ityoophiyaa daraan itti barbaachisuudha – Preezdaant…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hawaasa Ityoophiyaa Angoolaa jiraatan waliin dhimmoota haala waqtaawaarratti marii taasiisaniiru.
Yeroon kun yeroo…
Ityoophiyaan Murtoo Mana Maree Mirga Namoomaa kan hin fudhanne ta’uu beeksiifte
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) - Ityoophiyaan Murtoo Mana Maree Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan hin fudhanne ta'uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.
Manni marichaa…
Obbo Musxafeen jaarsolii biyyaa fi dursitoots gosaa waliin mari’ataniiru
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) - Preezdaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad jaarsolii biyyaa fi dursitoota gosaa waliin dhimmoota haala biyyaleessaa fi naannicharratti…
Humni waloo nageenyaa Ityoophiyaa magaaloota Urgeessaa, Liibsoo,Giraanaa, Marsaafi Kiillee
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) - Humni waloo nageenyaa Ityoophiyaa Marsaa fi Giraanaa to'achuun gara fuulduraatti imalaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa beeksiise.
Humni…
Mootummaan indaastiriiwwan qoricha biyya keessaa oomishaniif deeggarsa barbaachisaa taasisuuf…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Mootummaan indaastiriiwwan qoricha biyya keessaa oomishaniif deeggarsa barbaachisaa ta’e taasisuuf kutannoo qabaachuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar…
Ityoophiyaan dhiibbaa birmadummaa isheerratti taasifamu kamiinuu hin fudhattu- Ambaasaaddar Zannabaa…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan dhiibbaa birmadummaa isheerratti taasifamu kamiinuu kan hin fudhanne ta’uu Jeeneevaatti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Zannabaa…