Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Preezdaantii Turkii waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Turkii Rajiib Xaayib Eerdoogaan waliin Turkii magaalaa Istaanbuulitti mari’ataniiru.
Naannoo keessan…
Diyaaspooraan wantoota Ityoophiyaa fayyadan fidee dhufuun deeggarsa isaa agarsiisuu qaba-Dhalattoota…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Diyaaspooraan gara biyyaa dhufu wantoota Ityoophiyaa fayyadan fidee dhufuun deeggarsa isaa agarsiisuu akka qabu dhalattoonni Ityoophiyaa ibsan.
Waamicha…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Lammiilee Hongeedhaan miidhamaniif Deeggarsa Birrii Miliyoona 70…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa godinaalee Oromiyaatti Lammiilee Hongeen Miidhamaniif Deeggarsa Birrii Miliyoona 70 taasise.
Baankichi Yaa'ii waldaalee…
Biyyoota Albuudni keessatti ba’u hedduu keessaa Ityoophiyaan biyya tasgabbooftuu fi nagaa qabdu…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Albuuda Baasaa Noorweey Akooboon Ityoophiyaatti Albuuda baasuuf eeyyama argachuun hojii eegaluu beeksiiseera.
Itti gaafatamaan Dhaabbata…
Magaalota Hayiq, Bistiimaa fi Lammiitti tajaajilli elektirikaa addaan cite ture deebi’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Magaalota Hayiq, Bistiimaa fi Lammiitti tajaajilli elektirikaa sababa garee shororkeessaa ABUTiin addaan cite ture guyyaa har’aa deebi’uu ibsameera.…
Naannoon Hararii meeshaalee yaala fayyaa buufataalee Fayyaa naannoo Afaariif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Naannoon Hararii meeshaalee yaala fayyaa garaagaraa Birrii miiliyoona 7 olitti tilmaamaman buufataalee fayyaa Naannoo Afaariif deeggarsaan…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen yaa’ii Ministirootaa 3ffaa Turki – Afrikaarratti hirmaatan
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen yaa’ii Ministirootaa 3ffaa Turki – Afrikaarratti hirmaataniiru.
Yaa’icharratti…
Guyyaan Farra Malaamaltummaa boruu Magaalaa Adaamaatti kabajama
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti guyyaan Farra Malaamaltummaa boruu Magaalaa Adaamatti akka kabajamuu Koomishiniin Naamusaa fi Farra malaamaltummaa Oromiyaa…
Aadde Adaanach haala waqtaawaa biyyaarratti Abbootii Amantaa, Jaarsolii Biyyaa fi namoota…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee haala waqtaawaa biyyaarratti abbootii amantaa, jaarsolii biyyaa fi namoota dhuunfa bebbeekamoo waliin…
Oromiyaatti lafa heektaara kuma 350 qamadii jallisiin misoomsuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Oromiyaatti lafa heektaara kuma dhibba 3 fi kuma 50 qamadii jallisiin misoomsuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti lafti hektaarri kuma 153 faca'uu Biiroon…