Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad yaa’ii 3ffaaTurki – Afrikaa hirmaachuuf Turki Istaanbuul galan
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FRDI Abiy Ahimad yaa’ii 3ffaa Turki - Afrikaa irratti hirmaachuuf Turki Istaanbuul galaniiru.
Muummeen Ministiraa…
Preezdaant Saahilawarq Zawdee Angoolaa galan
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee turtii isaanii Kootdivoowar xumuruun Angoolaa galaniiru.
Preezdaantiittin turtii isanii Angoolaatin Preezdaantii…
Preezdaant Saahilawarq Zawdee Angoolaa galan
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee turtii isaanii Kootdivoowar xumuruun Angoolaa galaniiru.
Preezdaantiittin turtii isanii Angoolaatin Preezdaantii…
Waajjirri Olaanaa Paartii Badhaadhinaa maatii duultota adda waraanaa 220 oliif deeggarsa taasise
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Waajjirri Olaanaa Paartii Badhaadhinaa maatii duultota adda waraanaa bulchiinsa magaala Finfinneetti argaman 220 oliif deeggarsa daakuu fi zayita nyaataa…
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Booraa ganda Maallimaa Bariitti qamadii jallisiin…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaant Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Booraa ganda Maallimaa Bariitti qamadii jallisiin misoome daawwateera.…
Korporeeshiniin Misooma Paarkota Indaastirii naannoo Afaaritti lammiilee buqqa’aniif Birrii…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkota Indaastirii naannoo Afaaritti lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15tti tilmaamamu akaakuun taasiiseera.…
OBN godina Baalee Bahaatti hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaata kuntaala 900…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Oromiyaa Broodkaastiing Netwoork godina Baalee Bahaatti hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaata kuntaala 900 gumaacheera.
Daayreektarri…
Oomisha sibiilotaa biyya keessatti baayinaan oomishuuf meeshaaleen dheedhiin kan biyya keessan bakka…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Oomisha sibiilotaa biyya keessatti baayinaan oomishuuf meeshaaleen dheedhiin alaa galan kan biyya keessan bakka bu’uu akka qabu ibsame.
Ministeerri…
Taarifni Minii Baasotaa fi Taaksiwwanii har’aa eegalee hojiirra oolu ifoome
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti fooyya’insi gatii Taarifa Minii Baasotaa fi Taaksiwwanii har’aa eegalee hojiirra oolu ifoomeera.
Biiroon Geejjiba…
Guyyaan Waldaalee Hojii Gamtaa qopheessummaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaatiin kabajamaa jira
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Guyyaan Waldaalee Hojii Gamtaa Qopheessummaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaatiin Yeroo 3ffaadhaaf magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti kabajamaa jira.…