Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu giddugala qorannoo qonnaa Adaamii Tulluu daawwate
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu godiina Shawaa Bahaatti giddugala qorannoo qonnaa Adaamii Tulluu daawwateera.…
Waamicha lammiilee miiliyoona 1 gara biyyaa akka galaniif taasiifameen deeggarsa meeshaalee yaala…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) - Waamicha lammiileen miiliyoonni 1 kabaja ayyaana qilleef gara biyyaa akka galaniif taasiifameen deeggarsa meeshaalee yaala Fayyaa walitti qabuuf duulli…
Preezdaant Saahilawarq Zawdee Preezdaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Preezdaantii Baankii Misooma Afrikaa Akinaawumii Adiisinaa waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniitin proojektiwwan…
Dubartoonni magaalaa Dirree Dawaa, Sidaamaa fi Godina Walaayittaa Hiriira baleeffannaa garee…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) - Dubartoonni magaalaa Dirree Dawaa, Sidaamaa fi Godina Walaayittaa hiriira baleeffannaa garee shororkeessaa ABUT fi giddu seentummaa biyyoota lixaa…
Jilli Preezdaant Shimallisiin durfamu godina Shawaa Bahaa Magaalaa Baatuutti giddugala leenjii fi…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimalliis Abdiisaa durfamu godina Shawaa Bahaa magaalaa Baatuutti giddu gala qorannoo qurxummii…
MM Abiy Ahimad lammiilee Ityoophiyaa gara biyyaa dhufaniin ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsan
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad lammiilee Ityoophiyaa, dhalattootaa fi michuuwwan biyyattii gara biyyaa dhufaniin ergaa baga nagaan dhuftanii…
Dhugaan Ityoophiyaa keessa jiru akka miidiyaaleen biyyoota lixaa tokko tokko odeessanii miti –…
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC) - Dhugaan Ityoophiyaa keessa jiru akka miidiyaaleen biyyoota lixaa tokko tokko odeessanii miti jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.
Preezdaant…
Manni marichaa wixinee labsii komishinii maree biyyaalessaa hundeessuuf ba’erratti…
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa wixinee labsii komishinii maree biyyaalessaa hundeessuuf ba'erratti mari'achuun koree dhaabbii dhimmichi ilaallatuuf…
Obbo Dammaqaan Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)-Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonniin Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin mari’ataniiru.…
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Ityoophiyaa Mana Maree Mirgoota Namoomaa DhMG’f xalayaa barreesse
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Komishiniin Mirgoota Namoomaa Ityoophiyaa preezdaantii Mana Maree Mirgoota Namoomaa Dhaabbata Motummoota Gamtoomanii Naazaat Kaan, miseensoota mana…