Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree mirgoota namoomaa DhMG waltajjii adda waameen murtoowwan darban Ityoophiyaan kan hin…
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Manni Maree mirgoota namoomaa Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii waltajjii waameen murtoowwan darban kamiyyuu Ityoophiyaarratti kan hin raawwannee ta'u…
Meeshaaleen galmeessaa gurgurtaa 200 ol to’annaa jala oolaan
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanni sakattoo fi hordoffii Poolisii federaalaa waliin taasiseen Meeshaaleen galmeessaa gurgurtaa 200 ol to’annaa jala ooluu ibseera.…
Gareen shororkeessaa ABUT warshaalee 40 Kombolchaa fi Dasseetti argaman barbadeesseera-Ministeera…
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT warshaalee 40 Kombolchaa fi Dasseetti argaman barbadeessuu qorannoo mirkana’uu Ministeerri Indaastirii beeksiseera.
Ministirri…
Ejensiin Nageenya Odeeffannoo fi AriifPeey sirna kaffaltii diijitaalaarratti waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Ejensiin Nageenya Odeeffannoo fi AriifPeey sirna kaffaltii diijitaalaarratti waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Ejensichii fi dhaabbatichi…
Naannoo Harariitti tajaajilli Inshuraansii fayyaa hawaasaa guutummaan guutuutti hojiirra ooluu…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti tajaajilli Inshuraansii fayyaa hawaasaa guutummaan guutuutti hojiirra ooluu Boordiin Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa naannichaa ibse.…
Hoggantoonni olaanoo fi giddugaleessaa mootummaa naannoo Somaalee haala waqtaawaa biyyaalessaarratti…
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo fi giddugaleessaa mootummaa naannoo Somaalee haala waqtaawaa biyyaalessaarratti mari’ataniiru.
Preezdaantiin naannichaa obbo Musxafee…
Ityoophiyaan rakkoo yeroo ammaa ishee mudate furuuf dandeettii qabdi- Dooktar Ballaxaa Mollaa
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan rakkoo yeroo ammaa ishee mudate furuuf biyya dandeettii fi ogummaa qabdu ta’uu Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar…
Tokkummaa Sabdaneessaa uumame nageenya waaraa fi ijaarsa biyyaatif itti fayyadamuu qabna-Aadde…
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Weerara garee shororkeessaa ABUT qolachuuf tokkummaa Sabdaneessaa uumame nageenya waaraa fi ijaarsa biyyaatif itti fayyadamuu qabna jechuun kantiibaan…
Waajjiraleen mootummaa buufataalee poolisii naannoo Affaaritti barbada’aan deebisanii dhaabuuf…
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Komishiniin Poolisii Federaalaa, Komishinii Poolisii magaalaa Finfinnee fi Ityoo Teeleekoom gareen shororkeessaa ABUT buufatalee poolisii barbadeessee…
Jiraattonni godina Geede’oo lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Jiraattonni godina Geede’oo lammiilee naannoo Amaaraa fi Affaar qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 6 fi kuma…