Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojjettoonni FM Faanaa Shaashamannee 103.4 raayyaa ittisa biyyaa dhiiga arjooman
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Hojjettoonni FM Faanaa Shaashamannee 103.4 raayyaa ittisa biyyaa dhiiga arjoomuun raayyaa ittisa biyyaa cina dhaabbachuusaanii mirkaneessaniiru.
Lubbuu…
Finfinneetti kan argamu Koolleejjiin Ogummaa fi Teeknikaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)-Koolleejji Ogummaa fi Teeknikaa fi Biiroo Misoomaa Teeknooloojii Finfinnee jalatti kan argamu Koolleejjiin Ogummaa fi Teeknikaa deeggarsa meeshaalee Birrii…
Ambaasaaddar Jamaal Ministira Ministeera Boba’aa Baahireen waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Baahireenitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Jamaal Bakar Ministira Ministeera Boba’aa Baahireen Sheek Mahaammad waliin mari’ataniiru.…
Murtoo mootummaan gariin dhukkaasa dhaabuuf taasise fedhii nageenyaaf qabu kan argisiisudha- Obbo…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Murtoo mootummaan gariin dhukkaasa dhaabuuf taasisee ture fedhii nageenyaaf qabu kan argisiisuu ta’uu Ministirri Qindeessaa Giddugala Ijaarsa Sirna…
Hiriirri gocha badii garee shororkeessaa ABUT balaaleffatu magaalota garaagaraatti gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Hiriirri gocha badii garee shororkeessaa ABUT balaaleffatu magaalota Harar, Dabramaarqoos, Diillaa fi Saawulaatti gaggeeffameera.
Dubartoonni magaalaa…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen daawwannaa hojiif Kootdiivoowar galan
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee daawwannaa hojiif Kootdivaariin galaniiru.
Prezdaantittiin magaalaa Kootdiivoowar Aniijaan wayita ga’aan Preezdaant…
Baajatni dabalataa deeggarsa liqii Interpiraayiziiwwan oomishaaleef oolu Doolaarri miiliyoonni…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Baajatni dabalataa deeggarsa liqii Interpiraayiziiwwan oomishaaleef oolu Doolaarri miiliyoonni dhibbi 2 jiraachuu Proojektiin Maallaqa Interpiraayizii…
Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa haala waqtaawaa biyyarratti ibsa laate
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa haala waqtaawaa biyyarratti mari'ateera.
Marichaanis gochaa gareen shororkeessaa ABUT biyyatti irratti raawwata jiru…
Dhaabbileen garagaraa buqqaatotaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 4.8 taasisaan
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Ministeerri Bishaanii, Jallisii fi Inarjii fi dhaabbilee itti waamamoon naannoo Affaariitti sababa waraanaatin lammiilee qe’ee fi qabeenyaa isaaniirra…
Yaadni murtoo muudama miseensota kaadhimaamtoota yaa’ii qulqulleessa heera mootummaa ragga’e
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Yaadni murtoo muudama miseensota kaadhimaamtoota yaa’ii qulqulleessa heera mootummaa raggaasifameera.
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa guyyaa har’aa…