Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen Shororkeessaa ABUT naannolee lameenitti lafa qonnaa heektaara miiliyoona 1 ol misoomaan ala…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT naannolee Amaaraa fi Affaaritti lafa qonnaa heektaara miiliyoona 1fi kuma dhibba 5 ol misoomaan ala taasisuu Ministeerri Qonnaa…
Miseensonni Poolisii Doolaara kuma 3 fi dhibba 9 lafaa argan deebisan
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Miseensonni Poolisii magaalaa Finfinnee 4 Doolaara kuma 3 fi dhibba 9 lafaa argan deebisuu ibsame.
Miseensonni poolisii Ittaanaa Inispeektaraa Zanabaa…
Ameerikaatti Ityoophiyaa yakka ‘Duguggaa Sanyiitin’ seerrii gaafachuuf yaadame ture haqame
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Ameerikaatti Ityoophiyaa yakka ‘Duguggaa Sanyiin’ seerrii gaafachuuf seerrii yaadame ture haqameera.
Ityoophiyaa yakka duguggaa sanyiin/Genocide/…
Lammiilee miiliyoona 13 oliif deeggarsi namoomaa dhiyaachaa jira- Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Mootummaan guutuu Ityoophiyaatti Lammiilee miiliyoona 13 fi kuma dhibba 4 oliif deeggarsa namoomaa dhiyaachaa jiraachuu Ittaanaan Komishinaraa Komishinii…
Keeniyaan tumsa yeroo mara Ityoophiyaaf qabdu kan hin jijjiirramneedha-Jeneraal Baadii
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Naayirooniitti Daayreektarri tajaajilaa Meetiroopaalitaan Jeneraal Leetinaal Mahaammad Abdallaa Baadii hariiroon Keeniyaa fi Ityoophiyaa gidduu jiru…
Ityoophiyaanonni Ameerikaa jiraatan lammiilee miidhaan irra gaheef Doolaara kuma dhibba 1 fi kuma 20…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) - Ityoophiyaanonni Ameerikaa Fiiniiksii fi Ariizoonaa jiraatan lammiilee garee shororkeessaa ABUTiin miidhaan irra gaheef Doolaara kuma dhibba 1 fi kuma 20…
Magaalaan Sulultaa godinaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Magaalaan Sulultaa godinaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiseera.
Bulchiinsi Magaalaa Sulultaa godinaalee hoongeen miidhamaniif nyaata beeladaa…
Lammiileen Kaameeruun hojii Doolaara Sobaa maxxansuurratti bobba’anii turan to’ataman
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee iddoo addaa Istaadiyeemii haaraa jedhamuun waamamutti lammiileen Kaameeruun hojii Doolaara Sobaa maxxansuurratti…
Gaazexeessitoonni garee shororkeessaa shanee sadarkaa idil addunyaatti beeksiisun shakkaman…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Gaazexeessitoonni Asoosheetiid Preesii garee shororkeessaa Shanee sadarkaa idil addunyaatti beeksiisuun shakkaman to’atamuu Poolisiin Federaalaa…
Bakka buutoonni Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii naannoo Afaaritti deeggarsa lammiilee buqqa’aniif…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Jilli garee Bakka buutoota Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii naannoo Afaaritti deeggarsa lammiilee buqqa’aniif taasiifamaa jiru naanna’uun daawwateera.…