Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gaazexeessitoonni garee shororkeessaa shanee sadarkaa idil addunyaatti beeksiisun shakkaman…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Gaazexeessitoonni Asoosheetiid Preesii garee shororkeessaa Shanee sadarkaa idil addunyaatti beeksiisuun shakkaman to’atamuu Poolisiin Federaalaa…
Bakka buutoonni Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii naannoo Afaaritti deeggarsa lammiilee buqqa’aniif…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Jilli garee Bakka buutoota Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii naannoo Afaaritti deeggarsa lammiilee buqqa’aniif taasiifamaa jiru naanna’uun daawwateera.…
Gochaa badii gareen shororkeessaa ABUT raawwate hawaasa idil addunyaaf saaxiluun barbaachisaadha –…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) - Dhiittaa mirga namoomaa gareen shororkeessaa ABUT raawwate dookumantariiwwan hojjechuun hawaasa idil addunyaaf raabsuun barbaachisaa ta’uu…
Raayyaa Ittisa Biyyaa Cina hiriiruun kan isaan boonse ta’uu Atileetonni ibsan
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Raayyaa Ittisa Biyyaa Cina hiriiruun adda waraanaatti duuluun kan isaan boonse ta’uu Atileetonni Gazzaany Abarraa, Fayisaa Leellisaa fi Maarqoos Gannatii…
Ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa teessoo isaanii Finfinnee taasiisan waliin mari’atame
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa teessoo isaanii Finfinnee taasiisan waliin dhimmoota waqtaawaa ilaalchisee mariin taasiifameera.
Ministeera…
Karoorawwan misoomaa damee hundaan eegalaman milkeessuun badhaadhina ni mirkaneessina- Preezdaant…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Karoorawwan misoomaa damee hundaan eegalaman milkeessuun badhaadhina ni mirkaneessina jedhan Preezdaantiin bulchiinsa mootummaa naannoo Somaalee obbo…
Wareegamni kabaja biyyaaf kaffalamaa jiru dhalonni seenaa Adwaa irra deebiin galmeessuuf qophaa’e…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Wareegamni birmadummaa biyyaa kabachiisuuf kaffalamaa jiru dhalonni seenaa Adwaa irra deebiin galmeessuuf qophaa’e jiraachuu kan agarsiisu ta’uu…
Baangilaadish walga’ii addaa Manni Maree Mirgoota Namoomaa DhMG Ityoophiyaarratti gaggeessu akka…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Baangilaadish walga’ii addaa manni maree mirgoota namoomaa DhMG Ityoophiyaarratti gaggeessu akka mormitu gaafatamuu ibsame.
Hindiitti Ambaasaaddarri…
Waamichi Diyaaspooraawwaniif taasiifame dhiibbaa Dippiloomaasii fi Miidiyaalee Ityoophiyaarratti…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Waamichi Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad lammiilee Ityoophiyaa, dhalattootaa fi michuuwwan ishee miiliyoona 1f taasiisan dhiibbaa Dippiloomaasii fi…
Hoggansi mootummaa naannoo Hararii haala yeroo biyyaalessaarratti marii gaggeessuu eegale
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Hoggansi mootummaa naannoo Hararii haala yeroo biyyaalessaarratti marii gaggeessuu eegaleera.
Preezdaantiin naannichaa obbo Oordiin Badriin balaa…