Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fedhiin Ameerikaan Ityoophiyaarra qoqqoobbii biroo kaa’uuf qabdu balaa hamaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) - Fedhiin Ameerikaan Ityoophiyaarra qoqqoobbii biroo kaa’uuf qabdu balaa hamaa ta’uu Giddu galli Nageenyaa fi Haqaa Rookii Maawunteen ibseera.…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Waajjira Caffee Oromiyaa oomisha maatii duultota adda waraanaa walitti…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni waajjira Caffee Oromiyaa Bulchiinsa Magaala Sabbataa waliin ta’uun oomisha maatii namoota adda waraanaatti duulanii walitti…
Jilli Injinar Ayishaa Mahaammadiin durfamu godina Gujii Lixaa aanaa Abbaayaatti facaasaa jallisii…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Jilli Ministira jallisii fi Misooma Gammoojjii Injiinar Ayishaa Mohammadiin durfamu hidha jallisii Gidaaboo daawwachuun hojii facaasaa jallisii…
Ministeerri Bishaanii fi Inarjii fi Yuuniiseef naannolee hongee fi waraanaan miidhamanitti bishaan…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Ministeerri Bishaanii fi Inarjii fi Yuuniiseef naannolee hongee fi waraanaan miidhamanitti dhiyeessa bishaanirratti waliin hojjechuuf waliigalaniiru.…
Hoggantoonni olaanoon naannolee garaagaraa dhimmoota waqtaawaa biyyaalessaa fi naannorratti…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon naannolee garaagaraa dhimmoota waqtaawaa biyyaalessaa fi naannorratti mari’achaa jiraachuu ibsameera.
Hoggantoonni…
Ministeerichi dhaabbilee fayyaa miidhaan irra ga’e deebisanii dhaabuuf waamicha deeggarsaa dhiyeesse
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa dhaabbilee fayyaa miidhaa cimaan irra ga’e deebisanii dhaabuu fi gara hojiitti galchuuf waamicha deeggarsaa dhiyeessuu ibsame.…
Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraa fi Afaariitti dhiittaa mirka namoomaa daraan suukaneessaa…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraa fi Afaariitti dhiittaa mirka namoomaa daraan suukaneessaa ta’e raawwaachuu Tajaajilli Kominikeshinii Mootummaa…
Lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 5 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) –Lammiilee Naannoo Amaaraa magaalaa Shawaa Roobiit qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi akaakuu Birrii miiliyoona 5 olitti tilmaamamu…
Hojjattoonni FBC damee FM Asallaa hojjetoota seektaroota biroo waliin ta’uun oomisha duultootaa…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Hojjattoonni FBC damee FM Asallaa hojjettoota waajjiraalee dhimmoota kominikeeshinii mootummaa Godina Arsii,Aanaa xiyyoo fi magaalaa Assala waliin ta’uun…
Sosochii Afrikaan mana maree nageenyaatti teessoo dhaabbii akka argattuuf eegalametti Afrikaanonni…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Sosochiin ardiin Afrikaa mana maree nageenyaatti teessoo dhaabbii akka argattuuf eegalame qabsoo bilisummaa, walqixxummaa fi haqummaa ta’uu Yuunvarsiitii…