Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 5 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) –Lammiilee Naannoo Amaaraa magaalaa Shawaa Roobiit qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi akaakuu Birrii miiliyoona 5 olitti tilmaamamu…
Hojjattoonni FBC damee FM Asallaa hojjetoota seektaroota biroo waliin ta’uun oomisha duultootaa…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Hojjattoonni FBC damee FM Asallaa hojjettoota waajjiraalee dhimmoota kominikeeshinii mootummaa Godina Arsii,Aanaa xiyyoo fi magaalaa Assala waliin ta’uun…
Sosochii Afrikaan mana maree nageenyaatti teessoo dhaabbii akka argattuuf eegalametti Afrikaanonni…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Sosochiin ardiin Afrikaa mana maree nageenyaatti teessoo dhaabbii akka argattuuf eegalame qabsoo bilisummaa, walqixxummaa fi haqummaa ta’uu Yuunvarsiitii…
Misooma Paarkii Agroo Indaastirii Qindoomaa cimsuuf kan dandeessiisu waliigalteen Proojektii Yuuroo…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Misooma Paarkii Agroo Indaastirii Qindoomaa cimsuuf kan dandeessiisu waliigalteen Proojektii Yuuroo miiliyoona 2 mallattaa’eera.…
Gareewwan Shorokeessitootaa Bulchiinsa Godina Addaa Saba Oromootti dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Gareewwan Shorokeessitootaa ABUT fi Shaneen naannoo Amaaraa Bulchiinsa Godina Addaa Saba Oromootti dhaabbilee dhuunfaa fi mootummaa hedduu saamuu fi…
Fooramiin dippiloomaasii saayinsawaa Ityoo-Paakistaan hundeeffamuuf ta’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Fooramiin dippiloomaasii saayinsawaa Ityoo-Paakistaan hundeeffamuuf ta’uu ibsameera.
Fooramichi biyyoonni lameen dhimmoota saayinsiirratti muuxannoo…
Tajaajilli Humna Elektirikaa Ityoophiyaa lammiilee naannoo Afaarii buqqa’aniif deeggarsa…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) - Tajaajilli Humna Elektirikaa Ityoophiyaa lammiilee naannoo Afaarii buqqa'aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3 taasiiseera.
Dhaabbatichi kana duras Birrii…
Gareen shororkeessaa ABUT sarara daddabarsa humna elektirikaa Kombolchaa hanga Samaraa jirurraa…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUT sarara daddabarsa humna elektirikaa Kombolchaa hanga Samaraa jirurraa miidhaa Birrii miiliyoona 52 olitti tilmaamamu qaqqabdiisuu…
Dooktar Taaddasaa Kaasaa itti gaafatamaa waajjira Koree Ministiroota ta’uun muudaman
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Dooktar Taaddasaa Kaasaa itti gaafatamaa waajjira Koree Ministiroota ta’uun muudamaniiru.
Naannolee Tigraay, Amaaraa fi Affaaritti dhiibba mirga namoomaa…
Ityoophiyaan UNICEF fi Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa dhugaa miidhaa ABUT naannoo Amaaraa fi Affaaritti…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan UNICEF fi Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa miidhaa ABUT naannoo Amaaraa fi Affaaritti qaqqabsiisee ilaalchisee dhugaa jiru ifatti akka baasaan…