Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baankiin Oromiyaa sagantaa qusadhaa, sharafadhaa badhaafamaa jedhuun abbootii carraatiif badhaasa…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Baankiin Oromiyaa sagantaa qusadhaa, sharafadhaa badhaafamaa jedhuun abbootii carraatiif abbootii carraatiif badhaasa laateera.
Maqaa fi mallattoo isaa…
Waltajjiin Mana Maree Nageenyaa fi Tasgabbii Gamtaa Afrikaa obbo Dammaqaan durfamu gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Waltajjiin Mana Maree Nageenyaa fi Tasgabbii Gamtaa Afrikaa Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin …
Ajandaa siyaasaa kan qabatan biyyoonni alaa ammallee dhiibbaa Ityoophiyaarratti taasisaan itti fufuu…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Ajandaa siyaasaa kan qabatan biyyoonni alaa ammallee dhiibbaa Ityoophiyaarratti taasisaan itti fufuu ibsame
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Duubarraan…
Fiinlaand Ityoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4.1 akka taasiftu beeksifte
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Fiinlaand Ityoophiyaatti lammiilee deeggarsa barbadaaniif Yuuroo miiliyoona 4.1 sagantaa nyaata addunyaa Ityoophiyaaf akka arjoomtu beeksifteetti.…
Ityoophiyaa baraaruuf wareegama ni kaffalla-Ambaasaaddar Heenook Tafarraa
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa baraaruuf wareegama ni kaffalla jechuun Faransaayiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Heenook Tafarraa ibsaniiru.
Ambaasaaddarichi reediyoo…
Dhaabbileen Barnootaa olaanoon garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Barnootaa olaanoon garaagaraa akaakuu fi maallaqaan Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Yuunvarsiitiin Adaamaa Birrii…
ABUT FM Faanaa buufata tamsaasa Dassee saamuu fi barbadeessuu ibsame
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT FM Faanaa buufata tamsaasa Dassee saamuu fi barbadeessuu ibsameera.
Garichi wayita magaalaa Dassee fi naannawaa…
Albuuda haroo Hafdheeraa fi kanneen biroo keessaatti argaman gara misoomaatti akka galaniif ni…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)-Ministeerri Albuudaa naannoo Affaar waliin ta’uun Albuudoota haroowwan Hafdheeraa fi kanneen biroo keessaatti argaman gara misoomaatti akka galaniif kan…
ABUT qabeenyaa dhaabbata biiznas Gruuppii MSA Birrii miiliyoona 900 olitti tilmaamamu barbadeesse
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT qabeenyaa dhaabbata biiznas Gruuppii MSA Birrii miiliyoona 900 olitti tilmaamamu barbadeesseera.
Dhabbatichi miidhaan zayitaa…
Magaalaan Harbuu Tajaajila humna elektirikaa argatte
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Magaalaan Harbuu Tajaajila Humna Elektirikaa argachuu eegalte.
Sababa weerara garee Shororkeessaa ABUTtiin adda cite kan ture Tajaajilli Humna…