Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Albuuda haroo Hafdheeraa fi kanneen biroo keessaatti argaman gara misoomaatti akka galaniif ni…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)-Ministeerri Albuudaa naannoo Affaar waliin ta’uun Albuudoota haroowwan Hafdheeraa fi kanneen biroo keessaatti argaman gara misoomaatti akka galaniif kan…
ABUT qabeenyaa dhaabbata biiznas Gruuppii MSA Birrii miiliyoona 900 olitti tilmaamamu barbadeesse
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT qabeenyaa dhaabbata biiznas Gruuppii MSA Birrii miiliyoona 900 olitti tilmaamamu barbadeesseera.
Dhabbatichi miidhaan zayitaa…
Magaalaan Harbuu Tajaajila humna elektirikaa argatte
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Magaalaan Harbuu Tajaajila Humna Elektirikaa argachuu eegalte.
Sababa weerara garee Shororkeessaa ABUTtiin adda cite kan ture Tajaajilli Humna…
Caasaaleen Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Jaarmiyaalee Dubartootaa Oromiyaa galaa qopheessaa turan…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Caasaaleen Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Jaarmiyaaleen dubartootaa Oromiyaa Galaa qopheeessaa turan Raayyaa Ittisa Biyyaaf laachaa jiraachuu…
Godina Harargee Bahaatti lafa hektaara kuma 26 ol jallisii Boneen Qamadii misoomsuun eegalame
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti lafa hektaara kuma 26 ol jallisii Boneen Qamadii misoomsuun eegalamuu Waajjirri Qonnaa godinichaa beeksiise.
Hojii duula…
Adeemsi talaallii COVID-19 dhiibbaa amantaa kamiyyuu kan hin qabaannee ta’uu Yaa’iin Dhaabbilee…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Dhibee COVID-19 fi HIV EDS’f adeemsi wallansaa fi talaallii dhiibbaa amantaa kamiyyuu kan hin qabaannee ta’uu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa ibseera.
Yaa’ichi…
Manni Maree Magaalaa Dirree Dawaa Yaa’ii Ariifachiisaa gaggeesseen labsiiwwwan garaagaraa…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Dirree Dawaa Yaa’ii ariifachiisaa 7ffaa bara hojii 3ffaa waggaa 1ffaa har'a gaggeessee muudamootaa fi wixineewwan labsii…
Dooktar Warqinaa Gabayyoo Preezdaantii Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammada waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Worqinaa Gabayyoo, Preezdaantii Mootummaa Naannoo Somaalee obbo Muusxafee Mohammad…
Qormaatilee Ityoophiyaa muudatan hunda wareegama barbaachisu kaffaluun injifachuu gochaan…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaa qormaatilee Ityoophiyaa muudatan hunda wareegama barbaachisu kaffaluun uummata injifachuu danda’uu ta’uu…
Balaawwan qaqqaban dandamachuu fi deebii laachuuf qophiin dandeessisu xumurame – Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti balaawwan qaqqaban dandamachuu fi deebii laachuuf qophiin dandeessisu xumuramuu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…