Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen shororkeessaa ABUT Ejansii dhiyeessa qorichaa damee Dasseetii qorichoota Birrii biiliyoona…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT Ejansii dhiyeessa qorichaa Ityoophiyaa damee Dasseetii qorichoota Birrii biiliyoona 2.6tti tilmaamamu saamuu fi meeshaalee yaala…
Kaasaagiitaatti utubaalee sarara elektirikaa meeshaalee waraanaan rakutamuun kufan hojiin…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Kaasaagiitaatti utubaaleen sarara elektirikaa meeshaalee waraanaan rakutamuun kufan hojiin deebisaanii dhaabuu xumuramuu Humni Elektirikaa…
Hojjettoonni Faanaa FM 94.0 Dabra Birhaan oomisha maatii dultoota walitti qaban
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Hojjettoonni Faanaa FM 94.0 Dabra Birhaan oomisha maatii adda waraanaatti duulanii walitti qabaniiru.
Hojjettoonni kunneen godina Shawaa Kaabaa aanaa…
Duulli Dooktar Teediroos Adihaanom daayreektarummaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaarraa kaasuu…
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Yakkoota mirgaa namoomaa raawwatamaniif kan itti gaafatamu miseensa gareen shororkeessaa ABUT fi Daayrektarri Olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar…
Ityoophiyaan qopheessummaashee yaa’ii bulchiinsa intarneetii 17ffaa Poolaandiirra ifatti fudhatte
Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Yaa’iin bulchiinsa intarneetii 16ffaan Poolaandiitti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Xumura yaa’ichaarrattis yaa’ii bulchiinsa intarneetii 17ffaa bara 2015…
Biyya midhaan nyaataan of dandeeche uumuuf misooma sululaa fi eeggumsa naannoof xiyyeeffannoon…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) - Oomishaa fi Oomishtummaa Qonnaa guddisuun Biyya midhaan nyaataan of dandeeche uumuuf misooma sululaa fi eeggumsa naannoof xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Komishinichi lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 23…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Komishiniin Gumuruukaa naannoo Amaaraatti lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii fi qabeenya barbadaa’e deebisanii ijaaruuf deeggarsa Birrii…
Mana marechaa fayyadamuun biyyoonni tokko tokko ajandaa siyaasaa mataasaanii ittiin hojiirra…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Mana Maaree Mirgoota Namoomaa fayyadamuun biyyoonni tokko tokko ajandaa siyaasaa mataasaanii hojiirra oolchuun…
Paarkii Indaastirii Kombolchaa hatattamaan gara hojiitti galchuuf deeggarsi barbaachisaan ni…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Paarkii Indaastirii Kombolchaa hatattamaan gara hojiitti galchuuf deeggarsi barbaachisaan kan taasifamu ta’uu hojii raawwachiisaan Korporeeshinii Misooma…
Mootummaan uummata keessaa fi alaa waliin ta’uu dhiibbaa ga’aa jiru qolachuuf hojjechaa jira-…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Mootummaan uummata keessaa fi alaa waliin ta’uu dhiibbaa ga’aa jiru qolachuuf hojjechaa jira jedhan Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…