Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Goondaritti keessummoota Ayyaana Cuuphaa simachuuf qophiin eegaluu ibsame
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) –waamicha Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Ityoophiyaanotaa fi dhalattoota Ityoophiyaa miiliyoonni tokko gara biyyaa akka dhufaniif dabarsan hordofee magaalaa…
Baankichi miidhaa gareen shororkeessaa ABUT qaqqabsiise dandamachiisuuf meeshaalee qonnaa liiziin…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) –Miidhaa gareen shororkeessaa ABUT bakkeewwan garaagaraatti qaqqabsiise dandamachiisuuf meeshaalee qonnaa liiziin dhiyeessuuf qophii maallaqaa taasisuu…
Ityoophiyaan rakkoo ishee mudate ofiisheen akka hiiktu amantaan qaba- Ambaasaaddara Baangilaadish
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan rakkoo ishee mudate ofiisheen akka hiiktu amantaan qaba jedhan Ambaasaaddarri Baangilaadish Naasruul Islaam.
Ambaasaaddarichi turtii Faanaa…
Gareen shororkeessitootaa ABUT fi Shaneen diinagdee biyyaarratti miidhaa guddaa qaqqabsiisaniiru…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessitootaa ABUT fi Shaneen diinagdee biyyaarratti miidhaa guddaa qaqqabsiisuu hoggantoonni Biiroo komishinii Pilaanii fi Misoomaa naannolee…
Lammiileen Ityoophiyaa Eemireetota Araba Gamtoomanii jiraatan lammiilee qe’ee fi qabeenya…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Eemireetota Araba Gamtoomanii jiraatan lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 ol walitti…
Ameerikaan sagalee Ityoophiyaanoota dhaga’uun cinaa isaanii dhaabbachuu qabdi-Gaadii…
Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Ameerikaan sagalee Ityoophiyaanoota dhaga’uu fi cinaa isaanii dhaabbachuu akka qabdu Miseensa paarlaamaa Israa’eelii fi Hogganaan Itti aanaa Waajjira Nageenya…
Gareen shororkeessaa ABUT dameewwan Baankii Daldalaa Ityoophiyaa 238 barbadeessuu ibsame
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT Iddoolee weeraree turetti dameewwan Baankii Daldalaa 238 barbadeessuu Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa beeksise.
Garichi…
Ministeerri Dhimma Alaa Raayyaa Ittisaa adda waraanaa Gaashanaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) –Jilli Ministir Deetaa Ministeera Dhimma alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon durfamu adda waraanaa Gaashanaatti argamuun sangoota 53 fi deeggarsa biroo…
Diyaaspoorota waliin haala lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an deeggaruun…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Diyaaspoorota Giriikii fi Xaaliyaanii waliin haala lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an deeggaruun danda’amurratti gama Interneetiin mariin…
Yuunvarsiitiin Jimmaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 35 taasise
Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 35 taasiseera.
Yuunvarsiitichi galiisaa keessaa fi miindaa hoggantootaa fi…