Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Jimmaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 35 taasise
Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 35 taasiseera.
Yuunvarsiitichi galiisaa keessaa fi miindaa hoggantootaa fi…
Artiisti Taammany Bayyanaa fi Dassaleeny Haayluu dhaabbata Gloobaal waliin buqqatootaf deeggarsa…
Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Artiistii fi rogeeyyiin miidiyaa Taammany Bayyanaa fi artiist Dassaleeny Haayluu dhaabbata Gloobaal waliin ta’uun buqqatootaf deeggarsa Birrii miiliyoona 10…
Abbaan Qabeenyaa Warquu Aytanaaw raayyaa ittisa biyyaaf sangoota 50 arjooman
Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Abbaan Qabeenyaa Warquu Aytanaaw miseensoota Raayyaa Ittisaa Biyyaa Qaxanaa hidha haaromsaa guddichaatti dirqaama isaanii bahaachaa jiraniif sangoota 50…
Hojjettoonni kutaa magaalaa Qiirqoos oomisha duultota adda waraanaa walitti qaban
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Hojjettoonnii fi hoggantoonni kutaa magaalaa Qiirqoos Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee magaalaa Sabbataatti argamuun oomisha maatii namoota adda…
Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Waliigalaa Dasee garee shororkeessaa ABUTiin guutumaan guutuutti…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Waliigalaa Dasee fi Hospitaalli Waliigalaa Kombolchaa garee shororkeessaa ABUTiin guutumaan guutuutti barbadaa’uu Ministeerri…
Ejansiin nageenya Odeeffannoo Raayyaa Ittisaa adda waraanaa walsoof deeggarsa taasiise
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Ejansiin nageenya Odeeffannoo saaybarii hanga adda waraanaa mata duree jedhuun Raayyaa Ittisaa adda waraanaa walloof deeggarsa taasiiseera. …
Duulli adda misooma barnootaa injifannoon raawwate-Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee duulli adda misooma Barnootaa injifannoon raawwateera jedhan.
Aadde Adaanach Abeebee fuula Feesbuukii…
Bu’uuraalee Misoomaa garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’an deebisanii ijaaruuf deeggarsa hundaa…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Bu’uuraalee Misoomaa gareen shororkeessaa ABUT bakkeewwan weeraree turetti barbadeesse deebisanii ijaaruuf deeggarsa lammii hundaa kan barbaadu ta’uu…
Dhaabbanni Tajaajila Poostaa Ityoophiyaa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Dhaabbanni Tajaajila Poostaa Ityoophiyaa lammiilee qe’ee fi qabeenyaa isaaniirra buqqa’aniif deeggarsa akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona 8.5tti tilmaamamu…
Naannoo Gaambeellaatti Proojektiin misooma jallisii qonnaan bultoota kuma 1 fi 48 ol fayyadamoo…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellaatti garee shororkeessaa ABUT fi ergamtoota isaanii dhabamsiisuu cinaatti hojiilee misoomaatiif xiyyeeffannaan kennamee hojjetamaa…