Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Gaambeellaatti Proojektiin misooma jallisii qonnaan bultoota kuma 1 fi 48 ol fayyadamoo…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellaatti garee shororkeessaa ABUT fi ergamtoota isaanii dhabamsiisuu cinaatti hojiilee misoomaatiif xiyyeeffannaan kennamee hojjetamaa…
Diinagdee Maakroo tasgabbeessuuf tarkaanfii fudhatameen bu’aa gaariin argame – Tajaajila…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Diinagdee Maakroo tasgabbeessuuf tarkaanfii fudhatameen bu’aa gaariin argamuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Tajaajilli…
Magaalaa Aggaarootti boba’aan seeraan ala gurguramaa ture to’atame
Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Godina Jimmaa Magaalaa Aggaarootti boba’aan seeraan ala gurguramaa ture to’atamu Waajjiri Daldalaa Bulchiinsa Magaalicha ibseera.
Guyyaa kaleessa…
MM Abiy Ahimad Preezdaant Siriil Raamaafoosaan Vaayrasii koroonaarraa akka dafanii dandamatan hawwii…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoosaan Vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii hordofee dhibicharraa dafanii akka…
Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 10 ol taasisuu ibsame.
Korporeeshinichi meeshaalee…
Proofeeser Birhaanuun barattootaa fi barsiisoota waamicha biyyaa fudhachuun hirmaannaa taasisaan…
Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Bu’a qabeessummaa duula biyyaaf torbee tokkoof barnooti idile cufamuun tajaajilli hawaasummaa laatama ture har’a xumurameera.
Tajaajila hawaasummaa torbee…
Magaaloonni Taantaa, Maashaa fi Waagiddi humna elektirikaa argatan
Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Magaaloonni Taantaa, Maashaa fi Waagiddi humna elektirikiaa addaan citee ture argachuu Tajaajilli Humna Elektirikaa Amaaraa beeksiseera.
Magaaloota…
Jiraattonni Goondar Kibbaa deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasisan cimsanii itti fufuu ibsame
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) - Jiraattonni Goondar Kibbaa deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasisan cimsanii itti fufu bulchiinsi godinichaa beeksiise.
Itti aanaan…
Ameerikaan yakki hidhattoota ABUTtiin lammiilee nagaa fi dhaabbileerra ga’aa jiru kan ishee…
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) - Ameerikaan yakki sarbama namoomaa hidhattoota garee shororkeessaa ABUTtiin lammiilee nagaa fi dhaabbileerra ga'aa jiru kan ishee yaaddesse ta'uu ibsite.…
Aadde Adaanach hojii eeggumsa naannoo jiraattoonni hojjetaa jiran daawwatan
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) - Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee hojii eeggumsa naannoo jiraattoonni hojjetaa jiran daawwataniiru.
Aadde Adaanach kutaa magaalaa…