Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach hojii eeggumsa naannoo jiraattoonni hojjetaa jiran daawwatan
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) - Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee hojii eeggumsa naannoo jiraattoonni hojjetaa jiran daawwataniiru.
Aadde Adaanach kutaa magaalaa…
Dhaabbileen garaagaraa adda waraanaatti argamuun raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) –Manni Maree waloo Paartilee Siyaasaa magaalaa Finfinnee fi Korporeeshinii Misoomaa Indaastirii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 28 olitti…
Dargaggoonni naannoo Amaaraa raayyaa ittisa biyyaatti akka makaman waamichi dhiyaate
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) –Dargaggoonni naannoo Amaaraa Raayyaa Ittisaa Biyyaatti makamuun brimadummaa biyya isaanii eegsisuu qabu jedhan gorsaan Nageenyaa biyyaalessaa Muummee…
Gareen shororkeessaa ABUT iddoowwan weerareetti miidhaan qaqqabsiisee kayyoon isaa Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) –Preezdaatiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaa dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa olaanoo naannichaa magaaloota Dassee fi Kombolchaatti…
Indaastiriin uffataa oomisha isaa gabaa biyyaa alaaf dhiyeessuun karooraan milkeessuu danda’eera-…
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) –Indaastiriwwan uffataa oomisha isaanii gabaa biyyaa alaaf baatiwwan shanan darbanitti dhiyeessuun karoora qabamee ol % 120 milkeessuu danda’uu isaanii…
Magaaloonni Makaanasalaamii fi Kalaalaan humna elektirikaa argatan
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) – Magaaloonni Makaanasalaamii fi Kalaalaan humna elektirikaa adda cite ture argachuusaanii Humni Elektirika Ityoophiyaa beeksiseera.
Gareen shororkeessaa…
Lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirra buqqa’aaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu…
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) – Lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirra buqqa’aaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu taasifameera.
Dhaabbanni misoomaa fi deebisanii dhaabuu…
Gareen shororkeessaa ABUT lafa Affaar qabachuun mariif dhiyeessuun isaa awwaalchasaa…
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT lafa Affaar qabachuun mariif dhiyeessuun isaa awwaalchasaa arifachiiseera jechuun preezdaantiin naannoo Affaar obbo Awwal Arbaan…
Shaashamanneetti balaa tiraafikaa guyyaa kaleessa qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaa aanaa Shaashamanneetti balaa tiraafikaa guyyaa kaleessa qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbeera.
Konkolaataan Doolfiinii magaalaa…
Miidhaan hospiitala Dasseerratti raawwate gara jabina daangaa hin qabne garee ABUT ta’us, Dhaabbanni…
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) –Naannoo Amaaraa hospiitala Dasseerratti miidhaa gareen shororkeessaa ABUT raawwatee gara jabina daangaa hin qabne ta’uu ifaatti ni mirkaneessaa jechuun…