Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaassadar Tizzitaa Muluugetaa, Ministira Dhimmaa Alaa Neeppaali waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) – Neeppaaliitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tizzitaa Muluugeetaa, Ministira Ministeera Dhimma Alaa Neeppaa Baahraat Raaji Paawdiiyaal waliin mari’ataniru.…
Manneen barnootaa garee shororkeessaa ABUTtiin barbadaa’an deebisanii ijaaruuf hojjetamaa…
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) - Manneen barnootaa garee shororkeessaa ABUTtiin barbadaa'an deebisanii ijaaruuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa Proofeesar Birihaanuu…
Hojjettoonnii fi hoggantoonni kutaa magaalaa Qiirqoos Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) - Hojjettoonnii fi hoggantoonni kutaa magaalaa Qiirqoos Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Kompireeheensiivii Raayyaa Ittisaa Raayyaa Bishooftuutti argamuun…
Ityoophiyaatti nageenyi waaraan bu’ee hanga ummanni nagaan ba’ee galuu danda’utti…
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Ityoophiyaatti nageenyi waaraan bu'ee hanga ummanni nagaan ba'ee galuu danda'utti wareegama kamuu kaffaluuf qophiidha jedhan Ajejaa olaanaan Humna…
Magaalaa Finfinneetti agarsiifni Dippiloomaatootaa fi Ambaasaaddaroota biyyoota hedduu walitti fide…
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti agarsiifni Dippiloomaatootaa fi Ambaasaaddaroota biyyoota hedduu teessoo isaanii Finfinnee taasiisan hirmaachise walta'iinsa Imbaasii…
Magaalaan Arjoo, Fokkiisaa fi Booraan harkaa diinaa jalaa bilisooman
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Duulli tokkummaa Sabdaneessaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu daandii guddaa Waldiyaa Maqalee geessu to'achuu ibsame.
Qaamoleen nageenyaa…
“Oromoon injifannoo waliin goonfate tikfachuu qaba” – Dooktar Kabajaa Borbor Bulee
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Oromoon dhibahummaa keessaa ba'uun, Ilaa fi ilaameen wal hubatee injifannoo waliin goonfate tikfachuu akka qabu hayyuun seenaa Dooktarri kabajaa Borbor…
Magaalaan Baatii, Aqaastaa, Mahaal Saayintii fi Saayint Ajiibaar tajaajila humna elektirikaa argatan
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Magaalaan Baatii, Aqaastaa, Mahaal Saayintii fi Saayint Ajiibaar tajaajila humna elektirikaa argachuu Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa ibseera.…
Jilli obbo Musxafeen durfamu lammiilee qa’ee fi Qabeenya isaanirraa buqqa’uun Ganda…
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Jilli hoggantootaa Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammadiin durfamu lammiilee qa'ee fi Qabeenya isaanirraa buqqa'uun Ganda Kurfaasaawaa…
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Diyaaspoorawwan gara biyyaa galaniif tajaajila sharafaa saffisaa…
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Waamicha Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hordofee Diyaaspoorawwan gara biyyaa galaniif tajaajila sharafaa saffisaa ta'e laachuuf qophii ta'uu Baankiin…