Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qulqullina Barnootaa mirkaneessuuf barnoonni Siyaasarraa adda ba’uu qaba jedhame
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Qulqullina Barnootaa mirkaneessuuf barnoonnii fi Siyaasni adda ba'uu qabu Ministirri Ministeera Barnootaa Proofeesar Birihaanuu Naggaan ibsan.…
Hojjettoonni dhaabbilee mootummaa adda addaa oomisha maatii duultootaa walitti qaban
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Hojjettoonni mootummaa Biiroo Abbaa Taayitaa Eeggumsa naannoo Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Godina Wallaga Lixaa aanaa Gaanjii oomisha maatii duultootaa…
Gamtaan aAbbootii Gadaa Oromoo miseensoota Shaneef waamicha dhiyyeessan
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo miseensoota Shaneef hidhanii bosana jiraniif waamicha dhiyyeesseera.
Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo miseensoonni shanee…
Gamtaan abbootii Gadaa Oromoo Muummee Ministira FDRI Abiy Ahimadiif beekamti kenne
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FCB ) – Gamtaan abbootii Gadaa Oromoo Muummee Ministira FDRI Abiy Ahimad injifannoo adda waraanaatti galmeessaniif beekamti kenneera.
Gamtaan…
Dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisaa fi lammiilee buqqa’aniif Birrii miiliyoona 29.5 deeggarsa…
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FCB ) – Dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisaa fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 29.5 akaakuu fi maallaqaan taasiisaniiru.
Ministeerri…
Tajaajilli hawaasummaa hawaasni barnootaa torbee tokkoof laataa turan bu’aa qabeessa ture –…
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FCB ) – Tajaajilli hawaasummaa hawaasni barnootaa manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa torbee tokkoof laataa turan bu’aa qabeessa ture jedhan Ministir Deetaan…
Sarbama mirga namoomaa ABUT lammiilee nagaarratti raawwate hawaasaa addunyaaf beeksiisuf hojjetamaa…
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FCB ) – Sarbama mirga namoomaa gareen shororkeessaa ABUT lammiilee nagaarratti raawwate dhaabbilee mirga namoomaa idil addunyaaf beeksiisuf hojjetamaa jiraachuu…
Lafti seeran ala qabamee ture hektaarri kumni dhibbi 5 fi kumni 60 gara Baankii lafaatti akka…
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FCB ) – Magaalaa Finfinneetti Lafti seeran ala qabamee ture hektaarri kumni dhibbi 5 fi kumni 60 fi 233 gara Baankii lafaatti akka deebi’u murtaa’uu ibsameera.…
Sagantaan sosochii Dhaabbilee Misoomaa naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FCB ) – Sagantaan sosochii Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Bakka Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa…
Hawaasni namoota dhuunfaa lakkoofsa gabatee Konkolaataa ni raawwachiifna jechuun socha’aa jiran of…
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FCB ) - Hawaasni namoota dhuunfaa dhimma lakkoofsa gabatee Konkolaataa Tajaajjilli Geejjiba Paablik Sarvisii bakka bu’iinsaan hojjechaa jiru ni raawwachiifna…