Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waggoottan sadan darban sharafni alaa Doolaara biiliyoona 9 ta’u karaa Diyaaspooraan gara biyyaa…
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FCB ) - Waggoottan sadan darban sharafni alaa Doolaara biiliyoona 9 ta’u karaa Diyaaspooraan gara biyyaa ergamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.
Hojii…
Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa Waashingitan DC jiraataan dhiibbaa alaa Ityoophiyaarratti…
Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonni biyyattii Ameerikaa Waashingitan DC jiraataan gidduu seentummaa fi dhiibbaa alaa Ityoophiyaarratti taasiifamaa jiru…
Magaalaa Kombolchaatti tajaajilli Humni elektirikaa eegalame
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) - Magaalaa Kombolchaatti tajaajilli Humni elektirikaa eegalamuu Humni Elektirikii Ityoophiyaa beeksiise.
Hojiin Suphaa sarara daddabarsa humna Elektirikaa…
Aanaalee Madda Walaabuu, Harannaa Bulluqii fi Dalloo Mannaatti akkaataa sirna Gadaa jabeessuun…
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) - Tumaalee Abbootii Gadaa Sikkoo Mandoo hordofee, Aanaalee Madda Walaabuu, Harannaa Bulluqiifi Dalloo Mannaatti akkaataa sirna Gadaa jabeessuun danda'amu…
Dhaabbileen mootummaa garaagaraa Naannoo Afaariitti lammiilee buqqa’aniif Birrii miiliyoona 51…
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) - Dhaabbileen mootummaa garaagaraa Naannoo Afaariitti lammiilee sababa waraanaan buqqa'aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 51 taasiisaniiru.
Ministeerri…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 70 olitti…
Finfinnee, Muddee 1, 2014(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa sangootaa dabalatee meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona 70 olitti tilmaamamu taasiseera.…
Gareen Shororkeessaa ABUT Yuunvarsiitii Walloo barbadeessuu ibsame
Finfinnee, Muddee 1, 2014(FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT Yuunvarsiitii Walloo barbadeessuu Preezdaantiin Yuunvarsiitii Walloo Dooktar Mangashaa Ayyane ibsan.
Gareen shororkeessaa kun…
Michooma Ityoophiyaa dhabuun Ameerikaaf kufaatii tarsiimoo isa guddaadha- Toomaas Maawunteen
Finfinnee, Muddee 1, 2014(FBC)- Haalli Ameerikaan hariiroo dippiloomaasii Ityoophiyaa itti dhabde kan Iraanitti aanee kufaatii tarsiimoo isa guddaa ta’uu barreessaan barruu Kaawuntar Paanch…
Humni lafarraa tokkummaa sabdaneessummaa Ityoophiyaa injifatu hin jiru- Jiraattota magaalaa Aggaaroo
Finfinnee, Muddee 1, 2014(FBC)- Humni lafarraa tokkummaa sabdaneessummaa Ityoophiyaa injifatu hin jiru jedhan jiraattonni magaalaa Aggaaroo.
Jiraattonni magaalichaa fi naannawaashee…
Naannoon Gaambeellaa lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Muddee 1, 2014(FBC)- Naannoon Gaambeellaa lammiilee naannoo Amaaraa qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa akaakuu fi Birrii miiliyoona 3 taasise.
Preezdaantiin…