Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoon Gaambeellaa lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Muddee 1, 2014(FBC)- Naannoon Gaambeellaa lammiilee naannoo Amaaraa qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa akaakuu fi Birrii miiliyoona 3 taasise.
Preezdaantiin…
Godina Shawaa Bahaa aanaa Gumbichuutti maatiin barnoota oomisha duultoota walitti qaban
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Bahaa aanaa Gumbichuutti maatiin barnoota oomisha qonnaan bultoota adda waraanaatti duulanii walitti qabaniiru.
Itti gaafatamaan waajjira…
Dhaabbileen haqaa fi ogeeyyiin mirga namoomaa kabachiisuuf qooda olaanaa qabaachuu eerame
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Dhaabbileen haqaa fi ogeeyyiin haqaa mirga namoomaa kabachiisuuf qooda olaanaa qabaachuu ibsameera.
Guyyaan Mirga namoomaa mata duree ‘’dhaabbileen…
Israa’eel qabeenya uumamaa Ityoophiyaa misoomsuuf qooda ishee kan baatu ta’uu ibsite
Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Israa’eel muuxannoo teekinooloojii gama Bishaanii, Jallisii fi qonnaan qabduun qabeenya uumamaa Ityoophiyaa misoomsuun guddina Ityoophiyaaf qooda ishee kan…
Gareen shororkeessaa ABUT buufata gogaa Kombolchaa barbadeessuu ibsame
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)-Gareen shororkeessaa ABUT tarminaalaa buufata gogaa Kombolchaatti argamuu guutumaa guutuun barbadeessuu Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Lookistikii…
MNO lammilee qe’ee fi qabeenyaa isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 13…
Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa lammilee Naannoo Afaar garee shororkeessaa ABUT’n qe'ee fi qabeenyaa isaaniirraa buqqa'aniif deeggarsa midhaan nyaataa…
Magaalota garee shororkeessitoota ABUT fi Shaneen miidhaan irra ga’e gara sochiitti deebisuu…
Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Magaalota gochaa garee shororkeessitoota ABUT fi Shaneen miidhaan irra ga’e gara sochii idileetti deebisuun akka barbaachisu hoggantoonni Biiroo Maallaqaa…
Obbo Musxafeen Hospitaala Birrii Miiliyoona 83 oliin ijaarrame eebbisiisan
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad Hospitaala Birrii miiliyoona 83 oliin Godina Siitii aanaa…
Manni marichaa dhimmoota waqtaawaarratti mari’achuun kallattii gara fuuladuraa kaa’e
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu dhimmoota waqtaawaarratti mari’achuun kallattii gara fuuladuraa…
Karaa seeraan alaa daddabarfamaa kan turan rasaasni kilaash Kovii kumni 2 olii fi Shugguxiin 68…
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)-Poolisiin magaalaa Finfinnee fi Tajaajilli Odeeffannoo Biyyoolessaa hojii qinda’aa waloon hojjetaniin magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Kataamaatti…