Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni marichaa dhimmoota waqtaawaarratti mari’achuun kallattii gara fuuladuraa kaa’e
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu dhimmoota waqtaawaarratti mari’achuun kallattii gara fuuladuraa…
Karaa seeraan alaa daddabarfamaa kan turan rasaasni kilaash Kovii kumni 2 olii fi Shugguxiin 68…
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)-Poolisiin magaalaa Finfinnee fi Tajaajilli Odeeffannoo Biyyoolessaa hojii qinda’aa waloon hojjetaniin magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Kataamaatti…
Diyaaspoorawwan meeshaalee tajaajila dhuunfaa qabatanii seenuu akka daanda’aan ibsame
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)-Diyaaspoorawwan ayyaana Qillee kabajuuf gara biyyaa dhufan meeshaalee dhuunfaan itti fayyadamaa qabatanii seenuu akka danda’aan Komishiniin Gumuurukaa…
Kaardii filannoon bulchiinsa Joo Baayidanii fi Paartii Diimookraat adabuuf Sosochiin eegaleme
Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Kaardii filannoon bulchiinsa Joo Baayidanii fi Paartii Diimookraat adabuuf Sosochiin eegalemeera.
Koreen dhimmoota hawaasa Ityoophiyaa Ameerikaa qaamolee…
Bulchiinsi magaalichaa Raayyaa Ittisaa adda waraanaa Gaashanaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Raayyaa Ittisa Biyyaa adda waraanaa Gaashanaanitti argamuuf deeggarsa taasiseera.
Jilli Itti aanaa…
Godinni Walaayittaa Birrii miiliyoona 179 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Godinni Walaayittaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 79 akaakuu fi maallaqaan Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisuu beeksiise.…
Dhaabbatichi gareen shorokeessaa ABUT Cinaa fi Qobbootti lammiilee nagaa jumlaan ajjeesuu ibse
Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Dhaabbanni Humaan Raayits Woch gareen shorokeessaa ABUT magaalota Cinaa fi Qobbootti lammiilee nagaa jumlaan ajjeesuu ibseera.
Dhaabbatichi gabaasa guyyaa…
Magaalonni lameen har’a irraa eegalee tajaajila humna elektirikaa akka argataniif hojjetamaa…
Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Magaalonni Kombolchaa fi Daseen guyyaa har’a irraa eegalee tajaajila humna elektirikaa akka argataniif hojjetamaa jiraachuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…
Manni Maree Ministiroota wixinee labsii hundeeffama komishinii marii biyyoolessaa Ityoophiyaarratti…
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)- Manni Maree Ministiroota waltajjii idilee lammaaffaa guyyaa har’a gaggeesseen wixinee labsii hundeeffama komishinii marii biyyoolessaa Ityoophiyaa…
Biirichi yeroo dhiyootti fooyya’iinsa Taarifa Geejjibaa kan taasiisu ta’uu beeksiise
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee yeroo dhiyootti Geejjiba Ummataarratti fooyya’iinsa Taarifaa yeroo itti aanuu kan taasiisu ta’uu beeksiise.…