Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoon Kibbaa marsaa 5ffaan raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)- Naannoon Saboota Sablammootaa fi Ummattoota Kibbaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona 52.8tti tilmaamamu taasiseera.…
Masaaraa Mootummaa Amboorra balaan ibiddaa qaqqabuu ibsame
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)- Masaaraa Mootummaa Amboorra balaan ibiddaa qaqqabuu ibsameera.
Hoogganaan bulchiinsa humna namaa zoonii giddugaleessaa Koomaandar Jamaal Adaam, ka’umsi…
Xalaayaa Abbaan Taayitichaa Isaatiif barreesseera jechuun odeeffannoon tamsa’e soba ta’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa xalaayaa ‘gabaasoota oduu injifannoorratti of eeggannoo akka taasisuu waamicha dhiyeesseera’ jedhuu Televiizhinii…
Injifannoon garee shororkeessaa ABUT irratti galmaa’aa jiru xiinsammuun Ityoophiyummaa injifannoo…
Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Injifannoon garee shororkeessaa ABUT irratti galmaa’aa jiru xiinsammuun Ityoophiyummaa injifannoo waliin hidhata qabaachuu kan muul’isu ta’uu hayyoonni ibsan.…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gita isaanii Kaanaadaa Jastiin Tuuroodoo waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Kaanaadaa Jastiin Tuuroodoo waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Marii isaaniitin kutaa kaabaa…
Hoggantoonni jijjirama hunda galeessa manneen Murtii Oromiyaa milkeessuuf hojjechuu qabu jedhame
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) - Leenjiin danddeettii raawwachiisummaa hoggantoota manneen Murtii Oromiyaa magaalaa Adaamaatti kennamaaa jira.
Leenjichas Mana Murtii Waliigalaa…
Malaammaltummaa ittisuun dirqama lammiilee hundaati- Preezdaant Saahilawarq Zawdee
Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Malaammaltummaa Ittisuun dirqama lammiilee hundaati jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.
Guyyaan malaammaltummaa addunyaa bara kanaa mata duree “…
Giddugala to’annoo humna biyyoolessaa ijaaruuf walii galteen mallattaa’e
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)-Tajaajilli Humna Elektirikaa Ityoophiyaa dhaabbilee Elektiraa Jeneraalaa Faransaayii fi Siinoo Haaydiroo Chaayinaa waliin waliigaltee giddugalaa to’annoo…
Lammiileen Ityoophiyaa Biriitaaniyaa Magaalaa Liidis jiraatan lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonni Ityoophiyaa Biriitaaniyaa Magaalaa Liidis fi naannawa ishee jiraatan lammiilee qe’ee fi qabeenya isaanirraa…
Hojjettoonnii fi hoggantoonni Waajjira Olaanaa Paartii Badhaadhinaa oomisha duultota adda waraanaa…
Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Hojjettoonnii fi hogganttoonni Waajjira Olaanaa Paartii Badhaadhinaa oomisha namoota adda waraanaatti duulanii walitti qabuu ibsame.
Hojjettoonnii fi…