Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Bulee Horaa horsiisee bultoota godina Gujii hongeen miidhamaniif deeggarsa taasisuu…
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Bulee Horaa horsiisee bultoota godina Gujii hongeen miidhamaniif deeggarsa taasisuu ibseera.
Godinichatti horsiisee bultoota sababa…
Duultoonni humna addaa, humni Eegdoota Rippaablikaanii fi miseensonni humna qilleensaa biyya…
Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) -Duultoonni humna addaa, humni Eegdoota Rippaablikaanii fi miseensonni humna qilleensaa biyya dhiphina keessaa turte rakkoorra furuu Raayyaa Ittisa Biyyaatti…
Koreen Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa dhimmoota waqtaawaarratti mari’achuun…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC) - Koreen Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa walga'ii guyyaa har'aa gaggeesseen Birmadummaa biyyaa dandamachiisuu fi Diimookiraasii babal'isuuf…
Aadde Adaanach Abeebee qaamolee waamicha biyyaaf deebii laatan hunda galateeffatan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC) - Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee qaamolee waamicha biyyaaf deebii laatan hunda galateeffataniiru.
Torbee lamaan darban keessatti…
Miidiyaaleen dhuunfaa odeeffannoo hawaasaaf laachuun cinaatti dirqama hawaasummaa isaanii…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC) - Miidiyaaleen dhuunfaa odeeffannoo hawaasaaf laachuun cinaatti lammiilee naannoo Amaaraa fi Afaaritti qa'eef qabeenya isaanirraa buqqqa'aniif deeggarsa…
Maallaqoonni biyya keessaa fi alaa hedduun to’annaa jala oolaan
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Komishiniin Poolisii Federaalaa tajaajila nageenya faayinaansii waliin tibba kana manneen jireenyaa namoota dhuunfa 42 irratti sakattoo taasiseen…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Sanbata dhufuu gara Samaarratti balallii ni eegala
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Sanbata dhufuu gara naannoo Affaar magaalaa Samaarratti balallii kan eegaluu ta’uu fuula Feesbuukii isaatiin ibseera.…
Oppireeshinii tibba kanaatin kan rifatee ABUT Mormitoota biyyoota ollaarraa hojii deeggarsa walitti…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) - Oppireeshinii waraanaa tibbana gaggeeffameen kan rifate gareen shororkeessaa ABUT Mormitoota biyyoota ollaarraa hojii deeggarsa humnaa walitti qabachuu…
Godina Arsii Lixaatti Qamadii Jallisiin misoomsuuf Facaasaan eegalame
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC) – Aanaalee Godina Arsii lixaa garaagaraa keessatti lafa hektaara kuma 12 ol qamadii jallisii boneen misoomsuuf facaasaan eegalamuu ibsameera.
Aanaalee…
Suphaan Sarara daddabrsa humnaa olaanaan Karraqoree – Kamisee xumuramuun tajaajila eegale
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC) – Suphaan Sarara daddabrsa humnaa Elektirikaa olaanaan Karraqoree – Kamisee xumuramuun tajaajila eegaluu Tajaajilli Humna Elektirikaa…