Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Taanzaaniyaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu sadarkaa olaanaatti guddisuu ni feeti
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC)-Mootummaan Taanzaaniyaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu sadarkaa olaanaatti ceesisuu fi tumsa damee geejjiba qilleensa guddisuuf fedhi akka qabu…
Kuubaan dhiibbaa qinda’aa Ityoophiyaarratti taasifamu kan mormitu ta’uu beeksifte
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti haaraa kan muudaman Ambaasaaddarri Kuubaa Joorg F.L Nikoolaas biyyoonni tokko tokko Ityoophiyaarratti dhiibbaa qinda’aa taasisaanii fi duula…
Biiroon Geejjibaa magaalaa Finfinnee tajaajila haaromsa eeyyama konkolaachisummaa federaalaa laachuu…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC) – Biiroon Geejjibaa magaalaa Finfinnee tajaajila haaromsa eeyyama konkolaachisummaa federaalaa laachuu eegaluu beeksiise.
Eeyyamni…
Jarmaan Ityoophiyaatti jijjiirrama hoggantummaa Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin durfamu akka…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jarmaan biyyi isaanii tumsituu misoomaa Ityoophiyaa ta’uu ishee fi Jarmaan Ityoophiyaatti jijjiirrama hoggantummaa Muummee…
Hongee Naannoo Somaaleetti muudate qolachuuf kutaaleen hawaasaa deeggarsa taasiisuu akka qaban…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC) –Manni Maree Nageenyaa fi Tokkummaa naannoo Somaalee hongee naannichatti muudate hordofee kutaaleen hawaasaa deeggarsa barbaachisu taasiisuu…
MM Abiy Ahimad preezdaantoota biyyoota Afrikaa sadi waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad preezdaantii Seeneegaal Maakii Saal, Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoosaa fi Rippaabilikaa Dimookiraawaa Koongoo…
Yuunvarsiitiin Mattuu raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 21 ol taasise
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Mattuu raayyaa ittisa biyyaa adda waraanaatti diinaa falmachuun aarsaa kaffalaa jiruuf deeggarsa Birrii miiliyoona 21 ol taasiseera.…
Tokkummaa Ityoophiyaanootaa fi Ogummaa Hoggansaa olaanaan humnoota diinaa bittinneessuun danda’ame…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUT moo’atamuu cimaa irra qaqqabe ololaan uwwisuu kan hin dandeenye ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…
Poolaand ajandaa traansifoormeshinii dijiitaala Ityoophiyaa nan deeggara jette
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC)-Fooramiin bulchiinsa intarneetii 16ffaan qopheessummaa Poolaandiin gaggeeffamaa jira.
Fooramichaan cinatti Ministir deetaan Ministeera Innooveeshinii fi…
Afrikaan Mana Maree Nageenyaa keessatti teessoo dhaabbii argachuu akka qabdu Hoggantoonni Afrikaa…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC) - Afrikaan, Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii keessatti teessoo dhaabbii qabaachuu akka qabdu Hoggantoonni Ardichaa gaafatan.…