Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad hoggantoota Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad hoggantoota Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi Gamtaa Afrikaa waliin mari’ataniiru.
MM Abiy Ahimad fuula…
Naannoon Oromiyaa gurmaa’insa dubartoota waliin raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaa gurmaa’insa dubartootaa naannicha waliin ta’uun marsaa shaniin sangoota 100 dabalatee Birrii miiliyoona 12 ol raayyaa ittisa biyyaaf…
Naannoon Sidaamaa Guyyaa sabaaf sablammootaa 17ffaa akka qopheessu filatame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) - Naannoon Sidaamaa Guyyaa sabaaf sablammootaa 17ffaa akka qopheessu filatamuu ibsameera.
Guyyaan Sabaaf sablammootaa 16ffaan mata duree 'Obbolummaa…
Qajeelchi labsii yeroo ariifachiisaa galmeen meeshaalee waraanaa magaalaa fi baadiyyaatti guyyoota…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) - Qajeelchi yeroo ariifachiisaa raawwii qajeelcha galmee meeshaalee waraanaa kana dura ba'e ture gamaaggameera.
Naannolee hundaatti meeshaaleen waraanaa…
Magaalonni garee shororkeessaa ABUTiin qabamanii turan biroon bilisa ba’aa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Magaalonni garee shororkeessaa ABUTiin qabamanii turan biroon bilisa ba’aa jiraachuu tajaajilli koominikeeshinii mootummaa ibse.
Haleellaa qaamoleen…
Ayyaana Qillee Laallibalaatti kabajuuf qophiin taasifamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Ayyaana Qillee Laallibalaatti ayyaana Cuuphaa ammoo Goondaritti haala ho’aa ta’een kabajuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Biiroon Tuurizimii naannoo…
Tokkummaa sabdaneessaa keenya cimsuun qormaatilee nu mudatan ni ceena- Tajaajila Kominikeeshinii…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Tokkummaa sabdaneessaa keenya cimsuun qormaatilee nu mudatan ni ceena jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.
Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa…
Ityoophiyaan hariiroo biyyoota ollaa waliin qabdu cimsuuf dursa laattee hojjechaa jirti- MM Abiy…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan hariiroo biyyoota ollaa waliin qabdu cimsuuf dursa laattee hojjechaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Guyyaa har’aa…
Hoggantoonni Biiroolee Barnootaa naannolee barattoota weerara ABUTiin qe’ee isaaniirraa buqqa’aniif…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Biiroolee Barnootaa naannolee Oromiyaa, Amaaraa fi Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinnee barattoota sababa weerara garee shororkeessaa ABUTiin…
Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa duula birmadummaa cinaatti daawwannaa hojiilee misoomaa gaggeesse
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC)– Jilli Ministeera Pilaanii fi Misoomaatti Minister Deetaa damee hordoffii fi gamaggamaa aadde Xiruumaar Abaataan durfamu duula birmadummaa cinaatti…