Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni maree naannoo Sidaamaa ajandaawwan garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Manni maree naannoo Sidaamaa dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Manni marichaa walga’ii guyyaa kaleessaa jalqabeen ajandaawwan…
Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Afaar bakkeewwan weeraree turetti miidhaa cimaa geessisuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC)– Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Afaar bakkeewwan weeraree turetti dhaabbilee tajaajila hawaasaarra miidhaa cimaa geessisuu Waldaan Misooma Afaar…
Gareen shororkeessaa Shanee qaamolee nageenyaan barbadeeffamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa diiguuf garee shororkeessaa ABUT waliin hidhata uumee hojjechaa kan jiru gareen shororkeessaa Shaneen tumsa qaamolee nageenyaan barbadeeffamaa…
Barsiisonnii fi Barattoonni Godina Harargee Lixaa oomisha maatii duultoota walitti qaban
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) - Barsiisonni, Barattoonnii fi Hawaasni manneen Barnootaa Godina Harargee Lixaa manneen Barnootaa 51 keessaa walitti babba’an kumni 54 ol oomisha maatii…
Murtoowwan Ardii Afrikaa ilaallatan bakka bu’iinsa tokko malee deebii argachuu hin qaban – MM…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad duula biyyoonni Afrikaa Mana Maree Nageenyaa keessatti bakka bu’iinsa dhaabbii akka argatan…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu aanaa Agaarfatti Qamadii Jallisiin misoomaa jiru daawwate
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastera Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Godina…
Guyyaan sabaaf sablammootaa magaalaa Shashamannee fi Mattuutti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattootaa 16ffaan Magaalaa Shashamannee fi Mattuutti marii paanaaliin kabajameera.
Ayyaanni sabaaf…
Yuuniiseef lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 13 ol…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC)–Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti dhaabbanni gargaarsa daa’immanii (UNICEF) lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa meeshaalee…
MM FDRI Abiy Ahimad duula boqonnaa jalqabaa injifannoon golobuun yeroo murtaa’eef gara waajjiraatti…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa waldhaansoon injifachuun kaleessas, har’as, boruus hin danda’amu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Duula…
Guyyaan Sabaaf sablammootaa 16ffaa magaalaa Jimmaatti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Guyyaan sabaa fi sablamootaa 16ffaan Mata duree 'Obbalummaa, tokkummaa sabdaneessummaf' jedhuun magaalaa Jimmaatti bifa hoa'aa ta’een…