Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Amaaraa fi Afaariitti sarbamni namoomaa yeroo hin madaalle raawwatameera – Tajaajila…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT Naannoo Amaaraa fi Afaariitti iddoolee weeraree turetti sarbama namoomaa yeroo hin madaalle raawwachuu Tajaajilli…
Godinichatti barattoonni kuma 5 ol oomisha duultota waraanaa walitti qaban
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC)– Godina Arsiitti barattoonni kuma 5 ol oomisha namoota birmadummaa biyyaa kabachiisuuf gara adda waraanaatti duulanii fi namoota humna hin qabneef oomisha…
Calaqqeen Ityoophiyaa inni olaanaan tokkummaa sabdaneessaadha – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Calaqqeen Ityoophiyaa inni olaanaan tokkummaa sabdaneessaadha jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.
Preezdaantiin FDRI…
Gareewwan shororkeessitootaa Ityoophiyaa diiguuf ka’an diigamaa jiru- Hayyoota
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC)– Gareewwan shororkeessitootaa Ityoophiyaa diiguuf ka’an diigamaa jiraachuu hayyootni ibsan.
“Duulli tokkummaa sabdaneessaaf” jedhu hoggansa Muummee…
Guyyaan saboota, sablammootaa fi uummattootaa 16ffaan magaalaa Dirree Dawaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC)– Guyyaan Ayyaana saboota, sablammootaa fi uummattoota Ityoophiyaa 16ffaan magaalaa Dirree Dawaatti kabajamaa jira.
Ayyaanichi mata duree “ Obbolummaan…
Wixineen labsii Tigraayiit yakki duguuggaa sanyii raawwatameera jechuun Ityoophiyaa yakkuuf…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) - Wixineen labsii ‘Tigraayiit yakki duguuggaa sanyii raawwatameera’ jechuun Ityoophiyaa yakkuuf Bulchiinsa Baayidaniin wixineeffamaa ture Seera Eeyyama…
Ambaasaaddar Heenook Mana Maree Biyyaalessaa Faransaayitti miseensota garee michuu Ityoophiyaa…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) - Faransaayitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Heenook Mana Maree Biyyaalessaa Faransaayitti miseensota garee michuu Ityoophiyaa waliin…
Ameerikaan karoorri Ityoophiyaa AGOA irra haquu qabatte dhaabbilee isheetti rifaatuu uume
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Ameerikaan karoorri Ityoophiyaa AGOA ‘The African Growth and Opportunity Act’ haquuf qabatte dhaabbilee isheen kan hin eegamnee fi kan rifaasiseedha.…
Jala bultiin kabaja ayyaana saba fi sablammoota 16ffaan Dirree Dawaatti kajamu itti fufeera
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Jala bultiin kabaja ayyaana saba fi sablammoota uummattoota Ityoophiyaa 16ffaan magaalaa Dirree Dawaatti kajamu itti fufeera.
Qophicharratti Afa Yaa’iin…
Duula gara biyyaa galuu miiliyoona 1’f hojiin qophii dura raawwatamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad dhalattoonni Ityoophiyaa fi lammiileen Ityoophiyaa diyaaspooraan miiliyoonni 1 gara biyyaa akka galaniif waamicha…