Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waraanni MM Abiy Ahimadiin durfamu injifannoon guyyaa kaleessaa galmeesse garee shororkeessichaa…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Waraanni Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin durfamu injifannoon guyyaa kaleessaa galmeesse garee shororkeessaa ABUT bittinni'aa jiraachuu ibsameera.…
Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee fandii sochootuu Birrii miiliyoona dhibba 5 eeyyame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC) – Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee dhiyeessii oomishaalee bu’uuraa fi gabaa tasgabbeessuuf liqii kanaan dura taasise dabalataan fandii sochootuu…
Ayyaana saba fi sablammoota wayita kabajnu summii jibbiinsaa fi qoqqoodiinsaa ABUT gidduu keenyatti…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan kabaja ayyaana guyyaa saba fi sablammoota sababeeffachuun erga baga gammaddanii…
Naannoon Oromiyaa marsaa 3ffaan Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 12 olitti…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa marsaa 3ffaan Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa sangootaa Birrii miiliyoona 12 olitti tilmaamamu taasiseera.…
Gareen shororkeessaa ABUT ajjeechaa jumlaa raawwateera-Billanee Siyyuum
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT ajjeechaa jumlaa raawwateera jechuun Itti gaafatamtuun Diijitaal Miidiyaa fi Afaanota Alaa Seekretariyaat Preesii Waajjira…
Injifannoo Ityoophiyaan galmeessisaa jirtuun diinonni alaa fi keessaa salphachaa jiru- hoggantoota…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC) – Injifannoo Ityoophiyaan galmeessisaa jirtuun diinonni alaa fi keessaa salphachaa jiraachuu Ittaantonni Preezdaantii naannoo Oromiyaa fi Amaaraa ibsan.…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad goota jaarraa kanaati-Jiraattoota Magaalaa Bishooftuu
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad goota jaarraa kanaati jechuun jiraattoonni Magaalaa Bishooftuu yaadaa isaanii laataniiru.
Jiraattoonni magaalichaa…
Saraarri olaanaan humna daddabarsa Garaagra hanga Gaashanaatti jiru suphamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Saraarri olaanaan humna daddabarsa Garaagra hanga Gaashanaatti jiru suphamaa jiraachuu Tajaajilli Humna Elektiraa Ityoophaa beeksiseera.
Sadaasa 23,…
Gareen shororkeessaa ABUT Indaastiriiwwan oomishaa 32 olirratti miidhaa qaqqabsiiseera- Ministeera…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT Indaastiriiwwan oomishaa 32 olirratti miidhaa qaqqabsiisuu Ministeerri Indaastirii beeksise.
Paarkiiwwan Indaastirii garee…
Naannichatti dhaabbileen albuuda aadaa dandeettii guutuun gara hojiitti akka galan ni…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)-Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan naannoo Beenishaanguul Gumuuziitti sadarkaa dhaabbileen albuuda aadaa irra jiran daawwataniiru.…